Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qormaata kutaa 12ffaa bara 2014 haala milkaa’ina qabuun laachuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Qormaata kutaa 12ffaa bara 2014 dhaabbilee barnootaa olaanoo keessatti kannamuuf qophii barbaachisu xumuruu beeksise.…
Haala rakkoo hongeefi hanqina dhiyeessii bishaanii godina Booranaa furuun danda’amurratti mari’atame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Ministeerri Bishaaniifi Jallisii haala rakkoo hongeefi hanqina dhiyeessii bishaanii godina Booranaa furuun danda’amurratti magaalaa Yaa’abal’ootti qooda…
Buufaticharraa sa’aatiitti Anniisaa Giiggaa Waattii 220 maddisiisuuf karoorfame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) - Bara baajataa 2015tti Buufata Maddisiisaa Anniisaa Elektirikii ‘Ciis Abbaay’ Lakkoofsi 2 irraa sa’aatitti Anniisaa elektirikii Giiggaa Waattii 220…
Naannawaan daldala bilisaa Istaanbuul naannawaa daldalaa bilisaa Dirree Dawaa waliin walitti…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Naannawaan daldala bilisaa Istaanbuul naannawaa daldalaa bilisaa Dirree Dawaa waliin hojjechuufi walitti hidhamiinsa uumuuf fedhii qabaachuu ibse.…
Walisootti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC) - Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Walisootti balaa tiraafika mudateen lubbuun namoota saddeettti darbuun himame.
Har'a konkolaataan deddeebisaa…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Seenaatar Jiim Inhoofan waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Seenaatar Jiim Inhoofan waliin mari'ataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad toora miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Balaa tiraafikaan lubbuun namoota shanii darbe
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC) - Godina Goojjam Bahaa Magaalaa Lumaameetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota shanii darbe.
Har'a Ambulaansiin Dabira Maariqoosirraa gara Shebel…
Irreechi nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Kabajni Ayyaana Irreecha nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise.
Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinneefi Hora Harsadee miiliyoonponni irratti…
Ayyaanni jijjiirraa baraa Yam kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa saba Yam ‘Heeboon’ kabajamaa jira.
Hiikkaa baatii jalqaba bara haaraa jedhu kan qabu ayyaanichi bakka dhalattoonni…
Ministeerichi hawaasa Booranaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 2.3 taasise
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Ministeerri Bishaanii fi Inarjii hawaasa Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa garaagaraa Birrii miiliyoona 2.3’tti tilmaamamu…