Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoopiyaan walta’iinsa Gamtaa Idil Addunyaa Teelekoom waliin qabdu cimsitee akka itti fuftu…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan walta’iinsa Gamtaa Idil Addunyaa Teelekoom waliin qabdu cimsitee akka itti fuftu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi Siwiizarlaanditti Bakka…
Miseensonni garee shororkeessaa hokkara kakaasuuf hojjechaa turan 166 to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Ayyaanota addaabaabayiirratti hokkara kaasuun gara hokkara biyyaalessaatti akka ce’uuf miseensonni garee shororkeessaa hojjechaa turan 166 to’annoo jalaa…
Ittaanaa Ajajaa Kibbaa dabalatee hoggantoonni fi miseensonni garee shanee 138 to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaa Godinaa Gujiitti Ittaanaa Ajajaa Kibbaa dabalatee hoggantootaa fi miseensonni garee shanee 138 booji’aman.
Garechi yaada burjaajessaa…
Qormaanni kutaa 12ffaa nagaan akka xumuramu qophii ga’aan taasiifamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Poolisiin Federalaa Qormaanni kutaa 12ffaa karaa nagaan akka xumuramu qophii ga’aan taasiifamuu beeksiise.
Komishinii Poolisii naannolee fi bulchiinsa…
Ayyaanonni nagaan xumuramuun ummanni wardiyyaa nageenyaa cimaa ta’uu argisiisa-TKM
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Ayyaanonni ummataa fi amantaa nageenyi isaanii eegamee xumuramuun nageenyaaf waardiyyummaan ummataa cimaa ta’uu argisiisa jechuun Tajaajilli…
Atileet Daraartuu Tulluuf guddinni gulantaa Gargaartuu Komishineeraa kennameef
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Komishinni Komishinii Manneen Amala Sirreessaa Federaalaa Koomaandar Atileet Daraartuu Tulluuf guddina gulantaa gargaartuu Kimishinaraa kenne.…
Ministeerri Albuudaafi Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa agarsiisa albuudaa Idil Addunyaa…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Ministeerri Albuudaafi Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa agarsiisa albuudaa Idil Addunyaa baatii Sadaasa dhufu gaggeeffamurratti waliin hojjechuuf…
Godinichatti sagantaan Nyaata barattootaa eegalame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Godina Shawaa Kibba Lixaatti sagantaan Nyaata barattootaa ifatti eegalameera.
Inisheetiviin Nyaata barattoota nyaachisuu akka godina Shawaa Kibba…
Horsiisee Bultoonni Godina Booranaa sababa hongeen rakkoo cimaaf saaxilamuu ibsan
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Horsiisee Bultoonni Godina Booranaa sababa hongeen qe'ee fi qabeenya isaaniirra buqqa'uun Aanaa Dubluq keessa qubatan hanqina midhaan nyaataaf saaxilamuu…
Komishinichi hoggantootaafi hojjettoota raawwii hojii olaanaa galmeesisaniif badhaasaafi beekamtii…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Komishiniin Manneen Amala Sirreessaa federaalaa hoggantootaafi hojjettoota ergama duula seera kabachiisuufi raawwii hojii olaanaa galmeesisaniif…