Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Taaggasaa Caafoon Seenaataroota Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoon Seenaataroota Ameerikaa waliin mari’atan.
Obbo Taaggasaan Seenaataroota Ameerikaaf…
Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa Harar barattoota 1075 eebbise
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa Harar Marsaa 27ffaan barattoota kuma 1fi 75 eebbiseera.
Koolleejjichi barattoota ogummaa Fayyaa addaa addaan barsiisaa…
Irreechi waltajjii tokkummaafi obbolummaa, dirree faayaa fi faayama addunyaa ittiin raajeeffame…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Irreechi waltajjii tokkummaafi obbolummaa, dirree faayaa fi faayama addunyaa ittiin raajeeffame ta'uun karaa nagaan xummurame jedhan Itti gaafatamaan…
Irreechi Hora Harsadee nagaan xumuramuu Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa ibsan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Irreechi Hora Harsadee karaa nagaan kabajamee xumuramuu Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa ibsaniiru.
Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa, Ayyaanni Irreechaa nagaan…
Ayyaanni Irreechaa milkii guddaan xumurame- Obbo Shimallis Abdiisaan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreechaa milkii guddaan xumuramuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.
Ayyaanni Irreechaa bara 2015…
Irreechi ibsituu tokkummaa, araaraafi nageenyaati- Hirmaattota Ayyaanichaa
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee baranaa haala miidhagaafi hawwataa ta'een kabajamaa jiraachuu hirmaattonni ayyaanichaa ibsan.
Ayyaanicharratti…
Gadaan gadaa quufaa, gabbinaafi barri bara qananii nuuf haa ta’u-hirmaattota
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee bara 2015 haala ho'aa ta'een kabajamaa jira.
Ayyaanicha irratti sabaafi sablamoonni biyyattii garaagaraa hirmaataniiru.…
Irreechi haammataadha- Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Irreechi sabaafi sablammii akkasumas amantaa gargar hin qoodu, irreechi haammataadha jedhan Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa.
Guyyaa kaleessaa sabaafi…
Kabajni Irreecha Hora Harsadee Kabajamuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Kabajni Ayyaana Irreechaa Hora Harsadee kabajamuu eegaleera.
Yeroo ammaa hirmaattonni Ayyaanichaa Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqeen durfamuu gara Hora…
Jilli Ministirichaan durfamu pirojektii neetworkii bishaan Booranaa daawwate
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Habtamuu Ittafaan durfamu pirojektii neetworkii bishaan Booranaa daawwateera.
Pirojektichi…