Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Eebba Abbootii Gadaatiin horri erga baname sirni irreeffannaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)-Dursummaa Abbootii Gadaatiin sirni Ayyaana irreeffannaa Irreecha Hora Finfinnee gaggeeffamaa jira.
Abbootiin Gadaa akka walduraa duuba hangafummaa…
Ityoophiyaa fi Chaad damee aviyeeshiniirratti walta’iisaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Chaad damee Aviyeeshinii fi damee geejjiba qilleensaarratti walta’iinsaan hojjechuuf waliigaltee gama lameenii mallatteessaniiru.…
Naannoon Hararii Irreechaa ilaalchisuun ergaa dabarse
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Mootummaan Naannoo Hararii argisiistuu tokkummaa, obbolummaa, araaraa fi nageenyaa kan ta’e Ayyaana Irreechaa baga nagaan geessan jechuun ergaa…
Hariiroo invastimantii Ityoophiyaa fi Kooriyaa Kibbaa cimsuuf yaa’iin gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Hariiroo invastimantii Ityoophiyaa fi Kooriyaa Kibbaa cimsuuf kan kaayyeffatee yaa’iin daldalaa fi invastimantii Kooriyaa Kibbaa Busaanitti…
Dhaabbileen barnoota olaanoo kalaqaaf xiyyeeffannaa kennuu qabu-Aadde Mufaariyaat Kaamiil
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Dhaabbileen Barnootaa Olaanoo kalaqaafi hojiilee kalaqaa haaraaf xiyyeeffannaa addaa kennuun hojjechuu qabu jechuun Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa…
Raayyaan Ittisaa lammileen nagaarraa miidhaa utuu hinqaqqabne eeggannoon tarkaanfii fudhachaa…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa lammiilee nagaarra miidhaan utuu hingeenye ofeeggannoo olaanaan qiyyaafatee adda baasuun tarkaanfii fudhachaa jiraachuu…
Ganama borii sa’aa 11:00 irraa eegalee tajaajilli Awutoobisii akka kennamu eerame
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Irreecha Hora Finfinnee boru kabajamuu sababeeffachuu Tajaajilli Awuutoobisii Magaalaa Ambassaa, Shaggar, Awutoobisoonni deeggarsaa fi paabilik sarvisii…
Ayyaanni irreechaa duudhaa isaa eegee kabajamuu qaba-Abbootii Gadaa
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Ayyaanni irreechaa nagaan, waliin ta’uun, tokkummaa Ityoophiyaa fi duudhaa isaa eegee kabajamuu qaba jechuun Abbootiin Gadaa waamicha dhiyeessan.
Abbaa…
Manni Maree Federeeshinii ergaa baga Ayyaana Irreechaa geessanii dabarse
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Manni Maree Federeeshinii ergaa baga Ayyaana Irreechaa geessanii dabarseera.
Manni Maree Federeeshinii Saboota, Sablammootaafi Uummattoota hundan ergaa…
Ayyaanni Irreechaa rakkoo tokko malee akka kabajamuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreechaa rakkoo tokko malee karaa nagaan akka kabajamuuf qophiin xumuramuu Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Komishiniin Poolisii Oromiyaa ibsan.…