Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanonni nagaan akka xumuraman qaamoleen gumachaan galateeffataman
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee jiraattonni magaalattii jijjiiraa baraarraa eegalee ayyaanonni jiran nagaan kabajamanii akka xumuramaniif…
Ityoophiyaa daragaggoota hojiilee rakkoolee furan uumaniin tarree biyyoota dorgomtootaa hiriirte
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Daragaggoonni Ityoophiyaa hojiilee rakkoolee furan uumuun tarree biyyoota dorgomtootaa keessaa tokko ta’uu Ministeerri Hojii fi Ogummaa Ibse.
Gareewwan…
Irreecha Hora Harsadee tokkummaa barameen haa kabajnu-A/G/ Goobana Hoolaa
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC) – Ayyaana Irreechaa Hora Harsadee boruu tokkummaa barameen akka kabajamu Abbaan gadaa Tuulamaa Goobana Hoolaa dhaaman.
Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa ibsa…
Sagantaan yeroo qormaataa kutaa 12ffaa ifoome
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC) - Ministeerri Barnootaa sagantaan yeroo kenniinsa qormaataa kutaa 12ffaa ifoomseera.
Haaluma kanaan marsaa jalqabaan barattoonni Saayinsii Hawaasaa…
Yuunivarsiitiin Haramaayaa barattoota 453 eebbisiisee
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Kolleejjiin Saayiinsii Fayyaa fi Meedikaalaa Yuunivarsiitii Haramaayaa yeroo 25ffaaf barattoota ogummaa fayyaan sadarkaa digirii jalqabaa, digirii 2ffaafi…
Irreechi Hora Finfinnee duudhaa isaa eeggatee nagaan xumurameera-Humna Waloo
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Kabaji Ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee haala hawwataa ta’een sirnaa fi duudhaa isa eeggatee nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise.…
Bu’uura obbolummaa babal’isuun hariiroo Afrikaa cimsuun barbaachisaa ta’uun eerame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC) - Bu’uura obbolummaa babal’isuun hariiroo Afrikaa cimsuun barbaachisaa ta’uu Minister Deetaan Ministeera Maallaqaa Iyyoob Takkaallinyi ibsan.…
Irreechi Hora Finfinnee nagaan xumuramuun milkii olaanaadha-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Irreechi Hora Finfinnee nagaan kabajamee xumuramuun milkii olaanaadha jedhan Pireezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa,…
Irreecha Finfinneerratti sabaa fi sablammoonni hirmaatan
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Sabaa fi sablammoonni naannolee biyyaatti garaagaraarraa dhufan Irreecha Horaa Finfinneerratti hirmaataaniiru.
Hirmaattonni kunneen akka jedhanitti,…
Embaasiiwwan biyyoota alaa Irreecha ilaalchisuun ergaa dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Embaasiiwwan biyyoota alaa teessoon isaanii Finfinnee Ayyaana Irreecha ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Embaasiin Ameerikaa,…