Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Irreechi calaqqee falaasama Sirna Gadaa, wiirtuu obbolummaa, araaraafi dhiifamaati- Obbo Fiqaaduu…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Irreechi calaqqee falaasama Sirna Gadaa, wiirtuu obbolummaa, araaraafi dhiifamaa ta’uu ibsan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa Obbo…
Ministeerri Barnootaafi Ministeerri Nageenyaa waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Ministeerri Barnootaafi Ministeerri Nageenyaa haala waliin hojjechuu danda’an irratti waloon hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessaniiru.…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Ayyaana Irreechaa ilaalchisuun ergaa dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Muummee Mistiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Irreechaa ilaalchisuun ergaa dabarsaniiru.
Guutuun ergaa isaanii akka ittaanutti dhiyaateera.
Hunda dura,…
Gareen shororkeessitootaa garee afuriin gurmaa’uun yakkaa raawwachaa turan to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Bakka garaagaraatti garee afuriin gurmaa’uun yakka ajjeechaa cimaa fi saamichaa kanneen raawwachaa turan miseensonni garee shororkeessaa to’annoo jala…
Irreechi ijaarsa tokkummaa biyyaalessaa fi waliin jireenyaaf hambaa gahee olaanaa qabuudha-TKM
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Irreechi ijaarsa tokkummaa biyyaalessaa fi waliin jireenyaaf hambaa gahee olaanaa qabu ta’uun duudhaa aadaa isaa eeggatee dhalootatti akka darbuuf hundu…
Naannoon Sidaamaa RIBf deeggarsa BirriI miiliyoona 26 taasise
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Mootummaan Naannoo Sidaamaafi uummanni naannichaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 26tti shallagamu taasise.
Naannichi Raayyaa Ittisa…
Irreechi Calaqqee Aadaa, Eenyummaa, Seenaafi Duudhaa Oromoo ganamaati- Aadde Sa’aadee Abdurahamaan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Irreechi Calaqqee Aadaa, Eenyummaa, Seenaafi Duudhaa Oromoo ganamaati jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadee Abdurahamaan.
Afyaa’iin Caffee…
Magaalaa Baahirdaaritti Doolaarri sobaa kumni 20 ol to’atamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Magaalaa Baahirdaaritti Doolaarri sobaa kara seeraan alaa sharafamuuf ture kumni 20fi 600 ol shakkamtoota waliin to’atamuu poolisiin beeksise.…
Fooramiin Irreechaa Hora Finfinnee, marsaa 4ffaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Fooramiin Irreechaa Hora Finfinnee, marsaa 4ffaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Fooramiin Irreechaa Hora Finfinnee, marsaa 4ffaa Magaalaa…
Irreechi waltajjii guddummaan Oromoo ifee itti mul’atu, faajjii Nageenyaa fi obbolummaati-Pir.…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)-Irreechi waltajjii guddummaan Oromoo ifee itti mul'atu, faajjii Nageenyaafi obbolummaati jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa…