Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gamaaggamni raawwii hojii ‘Oromiyaa Soveriin Fandii’ (OSF) bara 2017’fi karoora bara 2018 xumurame
Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) –Gamaaggamni raawwii hojii ‘Oromiyaa Soveriin Fandii’ (OSF) bara 2017’fi karoora bara 2018 xumurame jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo…
Qaammee 1 guyyaa Cichoominaa
Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) – Qaammeen 1 Boru guyyaan Cichoominaa mata duree ‘bu’uura cimaa, biyya cimtuu’ jedhuun kabajamee oola.
Guyyaa cichoominaa kanaan gootoonni nageenyaa fi…
Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuuf imalli aartii gahee olaanaa qaba
Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuuf imalli Aartii fi Aadaa Itiyoophiyaa gahee olaanaa qaba jedhan Ministir Deetaan Tajaajila Koominikeeshinii Mootummaa…
Itiyoo Teeleekoomiin hojiilee tola ooltummaa raawwate
Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Itiyoo Teeleekoomii ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hojiilee tola ooltummaa raawwataniiru.
Hoggantoonnii fi…
Itiyoophiyaan karoora jijjiirama qabeenya qilleensaa Afrikaaf hojiilee qabatamaa hojjetaa jirti-…
Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) – Yaa’iin jijjiirama qabeenya Qilleensaa Dargaggoota Afrikaa Finfinneetti taa’amaa jira.
Itiyoophiyaan karoora jijjiirama qabeenya qilleensaa Afrikaaf…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Faashinaa biyyoota miseensa BRICS irratti hirmaatte
Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan Yaa’ii Faashinaa biyyoota miseensa BRICS 2025 Raashiyaa Magaalaa Mooskootti gaggeeffamerratti hirmaatte.
Taatowwan Indaastirii Faashinaa…
Nageenya waaressuun ergama olaanaa dhaabbilee nageenyaati – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) - Nageenya waaressuun ergama olaanaa dhaabbilee nageenyaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Mariin hoggantoota olaanoo dhaabbilee…
Goobeefi Shinooyyeen, sirnoota boqonnaan dukkana gannaa goolabamee boqonnaan ifa birraa itti…
Finfinnee, Hagayya 29, 2017 (FMC) –Goobeefi Shinooyyeen, sirnoota boqonnaan dukkana gannaa goolabamee boqonnan ifa birraa itti lallabamuudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Milkaa’ina diinagdee Itiyoophiyaa dandeettii loltummaan cimsuufi deeggaruun barbaachisaadha- Dooktar…
Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad milkaa’ina diinagdee Itiyoophiyaa dandeettii loltummaan cimsuufi deeggaruun barbaachisaadha jedhan.…
Nageenyi naannawichatti mirkanaa’e misoomni magaalaa Naqamtee akka ariifatuuf haala mijataa uumeera-…
Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahamaan nageenyi naannawichatti mirkanaa’e misoomni magaalaa Naqamtee akka ariifatuuf haala mijataa uumeera…