Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kantiibaa Adaanech Abeebeen Gamoowwan mana jireenyaa eebbisan
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018 (FMC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Gamoowwan mana jireenya abbaa darbii 11- 18 jiran eebbisneerra jedhan.
Kantiibaa Adaaneech gama…
Koorporeeshiniin Geejjiba Baaburaa Itiyoophiyaa Bishooftuutti Akkaadaamii Baaburaa Ijaaruufi
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018 (FMC ) - Koorporeeshinii Geejjiba Baaburaa Itiyoophiyaa Bishooftuutti Akkaadaamii Baaburaa Ijaaruuf dhagaa bu’uuraa kaa’eera.
Saganticharratti Ministirri…
Milkaa’ina maree biyyaaleessaaf gaheen dubartootaa olaanaadha – Pirofeesar Masfin…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018 (FMC) – Maree Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa milkeessuuf gaheen dubartootaa, dargaggootaa fi qaama midhamtootaa olaanaa jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Maree…
Qajeelchi waliigalaa Poolisii Magaalaa Finfinnee qondaaltoota Poolisii leenjisa ture eebbise
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018 (FMC )- Qajeelchi waliigalaa Poolisii Magaalaa Finfinnee qondaaltoota Poolisii dandeettii ofiin leenjisaa ture guyyaa har’aa eebbisiseera.
Saganticharratti…
Fiigicha Guddicha Itiyoophiyaa 25ffaa boru gaggeeffamuuf daandiwwan cufaman ifooman
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018 (FMC)- Poolisiin Magaalaa Finfinee Fiigicha Guddicha Itiyoophiyaa 25ffaa boru gaggeeffamuuf daandiwwan cufaman ifoomseera.
Haaluma kanaan,.
👉Addabaabaayii…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Siriil Raamaafoosaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018 (FMC)_ Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoosaa waliin mari'ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa…
Misoomni Ruuzii ergama oomisha Alaa galu bakka buusuuf qabame milkeessaa Jira- BKO
Finfinnee, Sadaasa 12, 2018 (FMC)- Misoomni Ruuzii ergama oomisha Alaa galu bakka buusuuf qabame milkeessaa Jira jedhe Biiroon Kominikeeshinii Naannoo Oromiyaa .
Biirichi misooma ruuzii…
Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattootaa milkaa’inaan akka kabajamuuf qophiin gahaan taasifame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2018 (FMC)- Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaan milkaa’inaan akka kabajamuuf qophiin gahaan taasifameera jedhen Manni Maree Federeeshinii…
Ijaarsi hospitaalotaa magaalicha giddugala tuurizimii fayyaa taasisan xumuramaa jira- Kantiibaa…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen hospitaalonni ijaarsarra jiran galma magaalaa Finfinnee giddugala tuurizimii fayyaa taasisuuf qabame…
Oromiyaatti oomishtummaa hanqaaquu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 12, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti sagantaa Maaddii Guutuun oomishtummaa hanqaaquu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa.
Hogganaa…