Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin qorannoo Idil-Addunyaa Ityoophiyaa gaggefamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 18,2015 (FBC)- Yaa’iin qorannoo Idil-Addunyaa Ityoophiyaa Yuuniivarsiitii Finfinneetti gaggefamaa jira.
Yaa’icharraati Pireezedaantiin Ityoophiyaa Saahilawarqi…
Ayyaanni Irreechaa karaa nagaan akka kabajamuuf qophiin taasifamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 18,2015 (FBC)- Ibsituu Ityoophiyaanotaa kan ta’e Ayyaanni Irreechaa karaa nagaan akka kabajamuuf qophiin taasifamaa jira jedhan sadarkaa Ittaanaa Kantiibaatti Hojii…
Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa hojiif Finfinnee jiru
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek mahaammad daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Ayyaanni Daamaraa Masqalaa nagaan xumuramuu Koreen Waloo Nageenyaa beeksise
Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC) – Ayyaanni Daamaraa Masqalaa guutuu biyyattiitti karaan nagaan kabajamee xumuramuu Koreen Waloo Nageenyaa beeksise.
Korichi hojii dursanii…
Addunyaa kanarraa du’aan boqochuu artist Maandingoo Afawarqiin gaddi itti dhagahamuu Muummeen…
Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC) – Addunyaa kanarraa du’aan boqochuu artist Maandingoo Afawarqiin gaddi itti dhagahamuu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsaniiru.
Artistichi umriisaa…
Weellisaa Maandiingoo Afawarq Addunyaa kanarraa du’aan boqote
Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC) – Weellisaa Maandiingoo Afawarq Addunyaa kanarraa du’aan boqochuu ibsame.
Weellisichi dhibee irra bubbuleen addunyaa kanarraa du’aan boqochuu DhPI…
Magaalichatti Ayaanni Daamaraa Masqalaa iddoowwan kuma 2fi 200 olitti nagaan kabajamee xumuramuu…
Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Ayaanni Daamaraa Masqalaa iddoowwan kuma 2fi 200 olitti karaa nagaafi haala miidhagaa ta’een kabajamee xumuramuu bulchiinsi…
Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Booroo Shinaashaa kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Booroo Shinaashaa “Gaarii Wooroo” jedhamuun beekamu kabajamaa jira.
Ayyaanich bakka…
Imbaasiiwwan biyyoota 18 ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC) – Imbaasii Ameerikaafi Raashiyaa dabalatee imbaasiiwwan biyyoota 18 Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun hordoftoota amantichaa maraaf ergaa baga ittiin isin…
Masqalli biyya keenya maqaa gaariin waamsisuu, aadaa keenyaa beeksisuu fi tokkummaa keenyaa cimsuun…
Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC)- Masqalli ayyaana amantaa bira darbee biyya keenya maqaa gaariin waamsisuu, aadaa keenyaa beeksisuu fi tokkummaa keenya cimsuun duudhaa hedduu kan qabuudha…