Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Saahilawarqi boqochuu Artisti Maadiingoon gaddaa itti dhagaa’ame ibsan
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee Artisti Maadiingoo Afawarqi boqochuutti gadda itti dhagaa’ame ibsan.
Pireezidaanti Saahilawarqi toora…
Baazaarii fi egzibiishiniin Irreechaa guyyoota afuriif turu Finfinneetti baname
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Baazaarii fi egzibiishiniin Irreechaa guyyoota afuriif turu Finfinneetti banameera.
Sanbata dhufu Hora Finfinneetti Ayyaana Irreecha kabajamu…
Sirni Awwalchaa Artisti Maadiingoo Afawarqi boru gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Sirni Awwaalchaa Artisti Maadiingoo Afawarqi guyyaa borii Fulbaana 19, 2015 ni gaggeeffama.
Sirni awwaalchichaas boru sa’a 9:00 irratti Finfinnee…
Pireezidaantiin Somaaliyaa Bulchiinsa Nageenyaa Odeeffannoo daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammuud Bulchiinsa Nageenyaa Odeeffannoo Ityoophiyaa daawwataniiru.
Daayrektarri Bulchiinisichaa Obbo…
Waliigalteen adeemsa marii biyyaalessaa maallaqaan deeggaruu dandeessisu mallatteeffame
Finfinnee, Fulbaana 18,2015 (FBC)- Sanadni Sagantaa adeemsa marii biyyaalessaa maallaqaan deeggaruu dandeessisu Ministeera Maallaqaa, Komishinii Marii Biyyaalessaafi Sagantaa Misooma…
Magaalaa Finfinneetti Ayyaanni Irreechaa har’a irraa eegalee kabajama jedhame
Finfinnee, Fulbaana 18,2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Kabajni Ayyaana Irreechaa guyyaa har’aarraa eegalee hanga Fulbaana 21, 2015tti bifa ho’aan kan kabajamu ta’uu bulchiinsi magaalichaa…
Irreechi har’arraa eegalee qophiilee garaagaraan kabajama jedhame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Ayyaanni Irreecha baranaa har’arraa eegalee qophiilee garaagaraatiin guyyoottan itti aanaaniif kan kabajamu ta’uu Koomishiniin Tuurizimii Oromiyaa…
Jaappaan Ityoophiyaaf bittaa konkolaattota kilinika socho’aaf deeggarsa Birrii miiliyoona 185…
Finfinnee, Fulbaana 18,2015 (FBC)- Jaappaan Ityoophiyaaf deeggarsa bittaa konkolaattota kilinika socho’aaf oolu Birrii miiliyoona 185 taasisuu ibsame.
Konkolaattonni kunneen meeshaalee…
Muummee Ministiraa Abiy Ahimad jila Pireezidaantii Somaaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Jilli Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammadiin durfamuu dhimmoota gama lameenii irratti…
Ooyiruun qonnaa %28 asiidumaan miidhameera-Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) –Ityoophiyaatti ooyiruu qonnaa asiidummaan miidhame keessaa 28 ta’an asiidummaa cimaan miidhamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Damee qonnaan dhiyeessii…