Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Masqalaa guutuu biyyattiitti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC)-Ayyaanni Masqalaa guutuu biyyattiitti kabajamaa jira.
Ayyaanichii hordoftoota amntii Kiristiyaanaa biratti sirnootas amantaa fi aadaan dabaalamee…
Waldhabdee araaraan darbuun walkabajaa fi waliif yaaduun jaalalaa fi nagaan jiraachuu wanti caalu…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC) – Waldhabdee araaraan darbuun walkabajaa fi waliif yaaduun jaalalaa fi nagaan jiraachuu caalaa filmaanni biroon hinjiru jedhan Paatiriyaarkiin Mana Amantaa…
Gareen shororkeessaa ABUT konkolaattota deeggarsa namoomaa waraanaaf itti fayyadamuu itti…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT konkolaattota deeggarsa namoomaa akka meeshaa waraanaatti itti fayyadamuu itti fufuu Tajajilli Kominikeeshinii Mootummaa…
Sirni Daamaraa Masqalaa Finfinneetti haala hawwataan kabajamuu itti fufeera
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC) – Sirni Daamaraa Masqalaa Finfinnee Addababayii Masqalaatti haala hawwataan ta’een sirnoota amantaan dabaalamee kabajamaa jira.
Sirnicharratti…
Ayyaanni Daamaraa magaalota garaagaraatti bifa ho’aa ta’een kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Ayyaanni Daamaraa magaalota biyyattii garaagaraa keessatti bifa ho’aa ta’een kabajamaa jira.
Ayyaanichi magaalota Finfinnee, Jimmaa, Naqamtee, Asallaa,…
Godinichatti sagantaan nyaata barattoota daa’imman kuma 100 ol fayyadamoo taasisu eegalame
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinneetti, sagantaan nyaata barattoota bara 2015 daa'imman kuma dhibba 1fi kuma 98 fayyadamoo taasisu Manneen barnoota…
Obbo Ashaadlii Hasan ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannno Beenishaangul Gumuz Obbo Ashaadlii Hasan Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun hordoftoota amantichaa maraaf ergaa baga ittiin isin…
Ministeerichi dhaabbata Raashiyaa waliin oomisha shiboo tiraanisfoormarii irratti waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Ministeerri Bishaaniifi Inarjii dhaabbata Raashiyaa ‘Risseeti’ jedhamu waliin oomisha shiboo tiraanisfoormariifi meeshaalee elektirikaa irratti waliin…
Obbo Dastaa Leeddamoon ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dasitaa Leeddaamoon ayyaana masqalaa sababeeffachuun hordoftoota amantichaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee…
Godina Booranaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Godina Booranaa magaala Yaaballoo iddoo addaa buufata Humna Ibsaatti konkolaataan FSR jedhamu garagaluun lubbuun namoota 3 darbe.
Balichaan namoota…