Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Masqalaa duudhaa amantaa bira darbee hambaa aadaa ummata Ityoophiyaati-Dooktar Yiliqaal…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC) – Ayyaanni Masqalaa Duudhaa amantaa bira darbee hambaa aadaa ummataa Ityoophiyaati jedhan Pireezidantiin Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa.…
Duudhaaleen Oromoo deebi’anii akka latan bu’uura seeraan mirkaneessuuf ni hojjetama-Afyaa’ii Caffee
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC) – Duudhaaleen Oromoo deebi’anii akka latan, mallattoo Oromoo ta’uun addunyaaf hambaa akka ta’aniif bu’uura seeraan mirkaneessuuf ni hojjetama jedhan…
Itti quufiinsa maamiltootaa mirkaneessuun hojiisaa jalqabaa ta’uu Ityoo Teelekoom ibse
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Itti quufiinsa maamiltootaa mirkaneessuuniifi damichaan dorgomaafi bu’aaqabeessa ta’ee argamuun hojiisaa jalqabaa ta’uu Ityoo Teelekoom ibse.…
Obbo Umad Ujuluun hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Pireezidaantiin mootummaa Gambeellaa Obbo Umad Ujuluun Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee…
Akkuma Daamaraa ifuun waan nutti dukkanaa’ee ibsaa injifattummaan itti haa fufnu-Kant. Adaanech…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC) –Tokkummaa mirkaneesuun akkuma Daamaraa ifuun waan nutti dukkanaa’e hundaa ibsaa injifattummaan itti haa fufnu jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…
Ayyaanicha wayita kabajnu naannawaa keenya lootee seentotarraa eeguun ta’uu qaba- MNKLI
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Ayyaana Daamaraafi Masqalaa wayita kabajnu naannawaa keenya lootee seentotarraa eeguun ta’uu qaba jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Kibba…
Mootummaan naannoo Hararii hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Mootummaan naannoo Hararii hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee dabarseera.
Mootummaan naannichaa hordoftoota amantaa…
MM Abiy Ahimad ergaa baga Ayyaana Masqalaan isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI aBIY Ahmad Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Obbo Ristuu Yirdaa Ayyaana Masqalaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC)- Ayyaana Masqalaa 2015 sababeeffachuun Pireezidaantiin Naanoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaa ergaa bagaa geessanii dabarsaniiru.
Ergaa isaaniin, Naannoon…
Bacaqii Gannaa hoofkaltanii baga nagaadhaan Ayyaana Masqalaa geessan-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Ayyaana Masqalaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Guutummaan erga isaanii akka…