Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannawaa Daldalaa Walabaa Dirree Dawaa guddisuuf deeggarsi ni taasifama-Obbo Ahimad Shidee
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015 (FBC)- Naannawaa Daldalaa Walabaa Dirree Dawaa guddisuuf, tajaajila isaa babal’isuu fi galma qabameef akka milkeessuuf deeggarsi barbaachisaan kan taasifamu…
Aadde Daagimaawwit Mogos Inistiitiyuutii Leenjii Maariitaayimii daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Geejibaa fi Loojistiksii Aadde Daagimaawwit Mogos Inistiitiyuutii Leenjii Maariitaayimii Ityoophiyaa daawwataniiru.
Sochii hojii…
Yakka saamichaa raawwachaa kan turan miseensonni garee shororkeessaa 14 to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Gurmaa’uun yakka saamicha cimaa Magaalaa Finfinnee fi naannawaa isheetti raawwachuun nageenya ummataa kan jeeqaa turan miseensonni garee shororkeessaa 14…
Manni Maree Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Kibba Lixa Oromiyaa hundeeffame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Manni Marii Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Kibba Lixa Oromiyaa Godinaalee Jimmaa, Iluu Abbaa Boorii fi Buunnoo Beddellee of jalatti qabachuu hundeeffameera.…
Kokeeniin firii 63 Magaalaa Bahirdaaritti to’atame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Kokeeniin firii 63 Magaalaa Bahirdaaritti to’atamuun ibsame.
Kookeeniin kunis qondaaltonni Tajaajila Tikaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa hordoffii…
Guyyaan tuurizimii Asoosaatti kabajamaa ture xumurame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Mata duree “Yaadama Haaraa Tuuriizimiif” jedhuun sadarkaa biyyaalessaatti Naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti kan kabajama ture guyyaan…
“Gaazee Masqaalaa” fi “Oyidaa Yoo’oo” Saawulaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Ayyaanni “Gaazee Maasqaalaa” fi “Oyidaa Yoo’oo” sablammii Gofaa Magaalaa Sawulaatti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Ministir Deetaan Ministeera…
Qabeenyaa tuuriizimii keenya misoomsuun imala badhaadhinaa ni dhugoomsina-TKM
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Qabeenyaa tuuriizimii keenya misoomsuun imala badhaadhinaa keenya ni dhugoomsina jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Tajaajilichi,…
Kantiibaa Adaanech maatii goototaa wareegama kaffalaa jiraniif maaddii qoodan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee maatii isaanii waliin maatii goototaa adda waraanaatti wareegama kaffalaa jiraniif maaddii…
Hidhi Abbayyaa pirojektii sochii tuuriizimii sadarkaa olaanaan dammaqsuudha-Obbo Ashaadilii Hasan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Hidhii Gudiichaa Haaromsa Ityoophiyaa anniisaa maddisiisuu cinaatti pirojketii sochii tuuriizimii sadarkaa olaanaan dammaqsu ta’uu Pireezidaantiin Naannoo…