Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jijjiiramni waggaa Saba Gaamoo “Yoo Masqalaa” kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Jijjiirraa waggaa Saba Gaamoo “Yoo Masqalaa” Magaalaa Arbaamincitti kabajamaa jira.
Sirna kabaja ayyaanichaarratti Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii…
Carraa Irreechi uumurraa fayyadamuun murteessaadha jedhame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Ayyaana Irreechaa sabaa fi sablamootaa biyyittii akkasumas lammiilee alaa waliin kabajuun, barsiisuu fi hubachiisuun carraa ayyaanichi umurraa fayyadamuun…
Barreeffamoota walitti bu’iinsa kakaasan naannawaa ayyaanni kabajamutti qabatanii dhufuun…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Amantaa da'eeffachun siyaasa gaggeessuu fi calaqqisiisuun sirrii akka hintaane hubachuun sirna ayyaanan alatti barreeffamootaa fi wantoota walitti bu'iinsa…
Bakka sirni Daamaraa itti gaggeeffamu qulqulleeffame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)-Addabaabayii Masqalaa Bakka sirni Daamaraa itti gaggeeffamu sagantaan duulaan qulqulleessuu raawwateera.
Duulaa qulqulleessuu kanarratti Kantiibaan…
Yaa’iin Barnootaa magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Yaa’iin Barnootaa magaalaa Finfinnee 29ffaan mata duree “ Barnoonni aadaa hedduufi badhaadhina biyyaaf” jedhuun gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti…
Finfinneen seeraafi sirnaan hoogganamaa akkuma maqaashee miidhagduu ni taati- Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Finfinneen seeraafi sirnaan hoogganamaa akkuma maqaashee miidhagduu ni taati jedhan kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.
Aadde…
Magaalaa Waraabeetti balaa tiraafiikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Godina Silxee Magaalaa Waraabeetti balaa tiraafiikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe.
Balichi magaalaa Waraabee ganda 01 bakka Maniitaa jedhamutti…
Ayyaanonni Daamaraafi Masqalaa karaa nagaan akka kabajamaniif qophiin xumuramuu poolisiin beeksise
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti Ayyaanonni Daamaraafi Masqalaa karaa nagaan akka kabajamaniif qophiin xumuramuu poolisiin magaalichaa beeksise.
Wiixata dhufu…
Oromiyaatti hojii invastimantii bara 2014tti hojjetameen bu’aa gaariin argamaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara 2014 eeyyama invastimentii kuma 3fi 588 kennuun hojjetameen bu'aa gaariin argamuu hogganaan Biiroo Invastimantiifi Indaastirii…
Obbo Ristuu Yirdaaw maanguddoota Meeriijooy Ityoophiyaaf maaddii qoodan
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun maanguddoota giddugala maanguddootaa Meeriijooy Ityoophiyaa…