Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti ayyaanni Masqalaa kabajamee hanga xumuramutti sochiin doqdoqqee dhorkame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC)- Ayyana Daamaraa fi Masqalaa Wiixataa fi Kibxataa dhufu kabajamu nagaan kabajame hanga xumuramutti sochiin doqdoqqee akka hinjiraanne murtaa’e.
Ejensiin…
Obbo Malaaku Aallibal Afrikaa Bahaatti Hoggantota Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Aallibal Afrikaa Bahaatti Jila Ittaanaa Daayrektara Jeneraalaa Baankii Misoomaa Afrikaa Abdul Kaamaaraa…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa badhaasa daandii qilleensaa Addunyaa afur injifate
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Iskaaytiraaksi 2022 irratti badhaasa afur injifate.
Daandichi sadarkaa 11tti guddisuun addunyaarraa daandiiwwan…
Korichi haala hojii Misooma Qamadii Jallisii milkeessuun danda’amurratti mari’ate
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Koreen Moobilizeeshinii Misooma Qamadii Jallisii Naannoo Oromiyaa haala hojjicha milkeessuun danda’amurratti mari'ateera.
Bara kana akka naannoo…
Ministeerri Geejibaa fi Loojistiksii RIB’f deeggarsa Birrii miiliyoona 42 olii taasise
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ministeerri Geejibaa fi Loojistiksii fi dhaabbileen itti waamamtootaa Raayya Ittisa Biyyaaf deeggarsa meeshaalee fi maallaqa Birrii miiliyoona 42 oliitti…
Egzibiishiniin qabeenya tuurizimii Beeniishaangul Gumuuz beeksisu baname
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Beenishaangul Gumuuzitti qabeenyaa damee hedduu argaman beeksisuuf egzibiishiniin qophaa’ee banameera.
Pireezidaantiin naannoo Beenishaangul Gumuuz Obbo…
Shakkamaan Daa’ima waggaa 6 ugguruun Birrii kuma dhibba 2 maatii gaafate to’atame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Shakkamaan magaalaa Hoolootaatti Daa’ima umrii waggaa 6 ugguruun Birrii kuma dhibba 2 maatii gaafate to’atameera.
Namni dhuunfaan miseensa Shanee…
Irreecha Harsadeerratti namoota miliyoona 7ol simachuuf hojjetamaa jira- Bulchiinsa Magaalichaa
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC)- Irreecha Hora Harsadeerratti namoota miliyoona 7ol simachuuf hojjetamaa jiraachuu Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu beeksise.
Ayyaana Irreecha bara kana…
Obbo Dammaqaan Ministira Misoomaa Ingilizii fi Ittaanaa Ministira Dhimma Alaa Moozaambiik waliin…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ittaanaa Muummee Ministiraa Fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqa Mokonnin, Ministiraa Misoomaa Ingilizii Viikii Fordii fi Ittaanaa Ministiraa Dhimma Alaa…
Pireezidaanti Saahilawarq jila Paarlaamaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen jila walitti qabaa Paarlaamaa Awurooppaa Deeviid Maakaaliisteriin durfamu waliin mari’ataniiru.
Pireezdaant…