Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Abeebeen kabaja ayyaanota Damaraa, Masqalaafi Irreechaa ilaalchisee dargaggoota…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC)- Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen haala yeroo biyyaalessaa kabaja ayyaana Damaraa, Masqalaafi Irreechaarratti dargaggoota magaalichaa…
Masqalli duudhaa isaan akka kabajamuuf hunduu gahee isaa akka bahatu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ayyaanni Masqalaa duudhaa amantaa isaa haala eeggateen akka kabajamuuf hunduu gahee gama isaa akka bahatu Manni Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Ityoophiyaa…
Anniisaan hurka lafa jalaa Meeggaa Waattii 20 argamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Pirojektii Qotiisa Hurka Lafa Jalaa Alutoo Laangaanoon hanga ammaatti anniisaan hurkaa Meeggaa Waattii 20 argamuu ibsame.
Humna Elektirikii…
Ministiroonni Dubbartootaa ooyiruu qonnaa daawwataan
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Ministiroonni Dubbartootaa Godina Guraageetti ooyiruu qonnaa aanaa Soddoo daawwataaniiru.
Dawwannicharraati Ministirri Ministeera Magaalaa fi…
Ayyaana Masqalaa fi Daamara irratti daballii gatiifi nageenya hordofuun barbachisaadha – Zhaanxiraar…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ayyaana Masqalaa fi Daamara irraatti hawaasni daldalaa daballii gatii fi wantoota nageenyaaf shakkisiisoo ta’an hordoffii taasisuu akka qaba Itti Aanaan…
Godinaaleen Oomoo Lixaafi Kafaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 38 ol taasisan
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC)- Naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaatti godinaaleen Oomoo Lixaa fi Kafaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa maallaqaafi akaakuu Birrii miiliyoona 38 olitti…
Guyyaan Turizimii addunyaa magaalaa Asoosaatti kabajama jira
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Guyyaan Turizimii Addunyaa sadarkaa biyyaalessaatti yeroo 35ffaaf mata dura” yaadama haaraa Tuuriziimiif “jedhuun magaalaa Asoosaatti kabajama jira.…
Bara 2014 lammiilee miiliyoona 5’f bishaan dhugaatiin dhiyaateera-Ministeericha
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)-Bara 2014tti lammiilee miiliyoon shaniif bishaan dhugaatii qulqulluun dhiyaachuu Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Habtaamuu Ittafaa ibsan.…
Barattoota kutaa 12ffaa Yuunivarsiitii itti qoramanirraa fagoo ta’aniif baasiin geejjibaa ni…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC)- Barattoota Kutaa 12ffaa Yuuniivarsiitii qormaata itti fudhatanirraa fageenya kiiloomeetira 50 ol imalaniif baasiin geejjibaa manneen barnootaafi aanoleen…
Ityoo Teeleekoom Dameen Bahaa Mana Barumsa sadarkaa 2ffaa Odaa Bultumiif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Ityoo Teeleekoom Dameen Bahaa Mana Barumsa sadarkaa 2ffaa Odaa Bultum meeshaalee barnootaa deeggare.
Ityoo Teeleekoom Dameen Bahaa Godina Harargee…