Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen Liqiifi Qusannaa kutaalee hawaasaa galii gadi aanaa deeggaruu keessatti gahee olaanaa…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Dhaabbileen Liqiifi Qusannaa kutaalee hawaasaa galii gadi aanaa deeggaruu keessatti gahee olaanaa kan qaban ta’uu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar…
Yuunivarsiitiin Jigjigaa barattoota muummeewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa ture 700 ol…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Yuunivarsiitiin Jigjigaa marsaa 14ffaan barattoota muummeewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa ture 700 ol eebbisiise.
Sirna eebbichaarratti hogganaan…
Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Hadiyyaa kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Hadiyyaa “Yaahoodeen “ magaalaa Hoosaanaatti kabajamaa jira.
Ayyaanichi bakka hoggantoonni olaanoon mootummaa…
Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Gaamoo magaalaa Arbaa Mincitti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Gaamoo “ Yoo Masqalaan” magaalaa Arbaa Mincitti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.
Ayyaanicharratti Mana Maree…
Waldaan Aksiyoona Geejjiba Baaburaa Ityoo- Jibuutii Cimuun sosochii diinagdee biyyoota lameenii…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Waldaan Aksiyoona Geejjiba Baaburaa Ityoo- Jibuutii Cimuun sosochii diinagdee biyyoota lameenii saffisiisa jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo…
Siidaan fakkeenyummaa nageenyaa jaarsolii Biyyaa Gaamoo ibsu eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Siidaan fakkeenyummaa nageenyaa jaarsolii Biyyaa Gaamoo ibsu ebbifame.
Sidichi dheerina meetira 4 fi seentimeetira 70 kan qabu yoo ta’uu ibsameera.…
Ityoo Teelekoom magaalaa Jimmaatti barattoota 600 oliif deeggarsa meeshaalee barnootaa taasise
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Ityoo Teelekoom dameen Kibba Lixaa magaalaa Jimmaatti barattoota harka qalleeyyii 600 oliif deeggarsa meeshaalee barnootaa taasiseera.
Dhaabbatichi…
Haleellaan Shororkeessitootaa badhaadhina Ityoophiyaa mirkaneessuurraa duubatti nun deebisu-TKM
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Haleellaan Shororkeessitootaa badhaadhina Ityoophiyaa mirkaneessuurraa duubatti kan hin deebisne ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.…
Sagantaan eegalchiisa hojii baankii Tsaday gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Sagantaan eegalchiisa hojii baankii Tsaday guyyaa har’aa gaggeeffamaa jira.
Baankichi Birrii kaappitaala kaffalame biiliyoona 8fi dameewwan 148 hojii…
Balaa Ibiddaa Aqaaqii Qaallittiitti uumameen lubbuun namaa darbe
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii aanaa 13 naannoo Tulluu Diimtuutti balaa ibiddaa uumameen lubbuun namaa darbe.
Balichaan…