Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gabaasni Komishinichaa amanamummaa kan hir’atu, adeemsa ogummaa kan hinhordofne fi fedhii siyaasaa…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Gabaasni Komishinii Mirgoota Namoomaa idil addunyaa amanamummaa kan hin qabne, adeemsa ogummaa kan hinhordofnee fi fedhii siyaasaa kan qabu ta’uu…
Irreechi bakka Uumaaf galata itti galchan malee bakka ajandaa siyaasaa itti gaggeessan miti-Biiroo…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Irreechi bakka Uumaaf galata itti galchan malee bakka ajandaa siyaasaa itti gaggeessan miti jechuun Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa ibse.
Ayyaanni…
Haalli rooba waqtii birraa idileen gadi ta’a jedhame
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Haalli rooba waqtii birraa dhufuu idileen gadi akka ta’u Inistiitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa beeksise.
Inistiitiyuutichi gamaaggama raaga waqtii…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee marsaa 3ffaaf deeggarsa akaakuu Raayyaa Ittisaaf taasiise
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee marsaa 3ffaaf deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 50tti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf taasiiseera.
Deeggarsi kun kutaalee…
Ityoophiyaan michummaa Emireetota Araba Gamtoomaniifi Gamtaa Awurooppaa waliin qabdu cimsuuf…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Ityoophiyaan michummaa Emireetota Araba Gamtoomanii, Gamtaa Awurooppaafi Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa waliin qabdu cimsuuf murannoo qabaachuu…
Ayyaanni Masqalaa duudhaa isaa eegee akka kabajamu hawaasni tumsaan hojjechuu qaba – Aadde…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaanni Masqalaa duudhaa isaa eegee akka kabajamu hawaasni tumsaan akka hojjetu gaafataniiru.…
Imbaasichi Jibuutiitti kaka’umsa “Ashaaraa Magariisaa” Ityoophiyaa babal’isuuf hojjechaa kan jirtu…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Jibuutiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen falmituu eegumsa naannoo Jibuutii galateeffataniiru.
Ambaasaaddar Birhaanuun…
Ityoophiyaan hariiroo Kuwaataar waliin qabdu cimsitee itti fufuu qabdi jedhame
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan hariiroo Kuwaataar waliin qabdu cimsitee itti fufuu akka qabdu ibsame.
Jilli Faanaa Biroodkaasting Korporeet tibbana Al Jaziiraa…
Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen hawaasni idil Addunyaa waamicha mootummaan Ityoophiyaa nageenyaaf…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Baacaa Dabaleen hawaasni idil addunyaa waamicha mootummaan Ityoophiyaa nageenyaaf taasise akka deeggaru gaafatan.…
Mata duree “Koottaa mana waloo keenya haa ijaarru” jedhuun mariin dargaggootaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Mata duree “Koottaa mana waloo keenya haa ijaarru” jedhuun mariin paanaalii dargaggootaa magaalaa Finfinnee hoteela Kaappitaalitti gaggeeffamaa jira.…