Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ameerikaan adeemsa marii nageenyaa Gamtaa Afrikaan durfamu ni deeggarti- Joo Baayidan
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Ameerikaan walitti bu’iinsa kaaba Ityoophiyaatti mudate furuuf adeemsa marii nageenyaa Gamtaa Afrikaan durfamu kan deeggartu ta’uu Pireezidaantiin…
Jiraattonni magaalaa waldiyaafi aanaa Gubbaa Laaftoo RIB’f dhiiga arjooman
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)-Godina Walloo Kaabaatti jiraattoonni magaalaa Waldiyaafi aanaa Gubbaa Laaftoo mata duree “ lubbuu isaa kennaa kan jiru Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiigaa keenya…
Obbo Dammaqaa Mokonniin hoggantoota hojii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin, hoggantoota hojii garaagaraa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin…
Sadarkaa biyyaalessaatti pirojektoonni bishaan dhugaatii Birri Biiliyoona 3.7 oliin ni hojjetamu-Dr.…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Sadarkaa biyyaalessaatti pirojektoonni bishaan dhugaatii qulqulluu 60 ol Birri biiliyoona 3.7 oliin akka hojjetaman Ministirri Ministeerri Bishaanii fi…
Inisheetiviin misoomaa Chaayinaa galmoota misoomaa hojiirra oolchuuf murteessaadha-Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin, galmoota misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii hojiirra oolchuuf…
Hojii daldalaa da’eeffachuun shakkamaan meeshaalee waraanaa daldalaa ture to’atame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Hojii daldala dhugaatii da'eeffachuun shakkamaan meeshaalee waraanaa daldalaa ture to’annoo jala oolfamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.
Mana…
Gabaaasni Koomishinichaa fedhii siyaasaa kan anqalbateedha-Landanitti Embaasii Ityoophiyaa
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Gareen Ogeeyyii Koomishinii Mirgootaa Namoomaa Idil Addunyaa Ityoophiyaa ilaalchisee ibsi baasee fedhii siyaasaa kan anqalbatee ta’uu Laandanitti…
Gabaasni jalqabaa sarbama mirga namoomaa waraana Kaabaan walqabatee raawwatame ifoome
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) –Humni Waloo Ministirootaa gabaasa jalqabaa yeroo sarbama mirga namoomaa waraana Kaabaa Ityoophiyaatti gaggeeffamaa jiruun walqabatee raawwatame ifoomse.…
Ityoophiyaa fi Emireetoonni Araba Gamtoomanii dhimmoota yakkaarratti waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Ministeerri Haqaa Ityoophiyaa fi Ministeerri Haqaa Emireetoota Araba Gamtoomanii dhimmoota yakkaarratti waloon hojjechuu fi yakkamtoota dabarsanii walii…
Gabaasni ogeeyyii koomishinii mirgoota namoomaa fedhii siyaasaa raawwachiisuuf kan oolee fi haqa…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Gabaasni Ogeeyyii Koomishinii Mirgoota Namoomaa dhimma Ityoophiyaarratti baase, fedhii siyaasaa raawwachiisuuf kan oolee fi haqa jiru kan haaledha…