Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin Gumii Balal marsaa 24ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Waltajjiin Gumii Balal marsaa 24ffaan mata duree "Ayyaana Irreechaa mallattoo nagaa fi obbolummaa" jedhuun waajjira pireezidaantii mootummaa Naannoo…
Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Turki waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeeraa Dhimma Alaa Turki Meeviluut Kaavuusoogiluu…
Naannawaa biyyaattii tokko tokkotti qorri mudachuu mala-IRHQI
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)-Waqtii Bonaa dhufaa jirutti naannawaa biyyattii Kaaba-Bahaa, Bahaa fi naannawaa Baddaa giddugaleessa biyyattiitti qorri cimaan mudachuu akka malu…
Lammiilee Ityoophiyaa Sudaan Keessan jiran rakkoon akka hin muudanne xiyyeeffannoon hojjetamaa jira…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa Sudaan keessan jiran rakkoon akka hin muudanne xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Biyya keessaa Sudaan beeksiise.…
Ityoophiyaan waltajjii waloo Ityoo-Raashiyaa 8ffaaf qophii taasisaa jirti
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ityoophiyaan kan keessummeessitu waltajjii waloo Ityoo-Raashiyaa 8ffaaf qophii taasifamaa jirurratti mariin Ministeera Innooveeshinii fi Teekinoolojiin…
Muuxannoo Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa gara biyyoota Afrikaa birootti kan babal’isu ta’uu DhMG…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ashaaraan magariisaa damee tumsaa biyyoota naannawichaa akka ta’uuf Ityoophiyaan hojjechaa jiraachuu Ittaanaan Muuummee Ministiraafi Ministirri Ministeera…
Guyyaan Turizimii boruu eegalee magaalaa Asoosaatti ni kabajama
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) - Guyyaan Turizimii Addunyaa sadarkaa biyyaalessaatti boruu eegalee magaalaa Asoosaatti ni kabajama.
Guyyichi yeroo 35ffaaf kan kabajamu yoo ta'uu, mata…
DhMG Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa guddisuuf kutannoo qabaachuu ibse
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa lammiilee deeggarsa barbaadaniif taasisu guddisuuf kutannoo qabaachuu ibse.…
Ityoophiyaafi Sudaan Kibbaa diinagdeen waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Ityoophiyaafi Sudaan Kibbaa ijaarsa bu’uuraalee misoomaa fi walitti hidhamiinsa diinagdeen waloon hojjechuuf haala danda’anirratti mari’atan.…
Manni Maree Naannoo Kibbaa piroojektoota 93 qorachuun raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Uummattoota Kibbaa walga’ii idilee guyyaa har’aa gaggeesseen piroojektoota invastimantii garaagaraarratti mari’achuun murtoo…