Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miidiyaaleen biyya keessaa muuxannoo alaa akka argatan ni hojjetama jedhame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – Miidiyaaleen biyya keenyaa dhaqqabamaa fi dorgomtoota akka ta’aniif muuxannoo miidiyaalee biyyoota alaa akka argatan kan hojjetan ta’uu Kuwaataaritti…
Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Hindi waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Hindii Subraahimaaniyaam…
xMootummaan tarsiimoo hiyyummaa hir’isan baasuun hojjechaa jiruun jireenyi hawaasa magaalaa…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Mootummaan tarsiimoo hiyyummaa magaalota keessatti hir’isan baasuun hojjechaa jiruun jireenyi hawaasa magaalaa qabatamaan jijjiiramaa jiraachuu Ministeerri…
Baankiin Addunyaa Ityoophiyaa waliin hojiilee walta’iinsaa cimsee akka itti fufu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – Baankiin Addunyaa mootummaa Ityoophiyaa waliin hojiilee walta’iinsaa eegale cimsee akka itti fufu beeksise.
Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar…
Wiirtuun amala sirreessaa daa’immanii eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Wiirtuun amala sirreessa daa’immaniifi guddattoota umriin isaanii waggaa 18 gadi ta’ee dhimmoota yakkaa keessa galanii magaalaa Finfinneetti eebbifame.…
Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen sadarkaa addunyaatti barnoonni hunda bira gahuu qaba jedhan
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Sadarkaa idil addunyaatti barnootni hunda bira gahuu akka qabuufi fayyadamummaa waloof itti gaafatamummaa waloo…
Waltajjiin hariiroo ummata Ityoo-Sudaan cimsu eegale
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – Waltajjiin marii hariiroo ummata Ityoophiyaa fi Sudaan cimsu eegalameera.
Dhaloonni dhufu tokkummaa Afrikaa akka cimsuu fi qopheessummaa Ityoophiyaan…
Pireezidaanti Saahilawarq Sirna Awwaalchaa Giiftii Eelzaabeet 2ffaarratti argaman
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna Awwaalchaa Mootiittii Ingiliz Giiftii Eelzaabeet 2ffaarratti argamaniiru.
Pireezidaanti Saahilawarq…
Ityoophiyaa fi Chaayinaan Diinagdee fi dameewwan biroon hariiroo isaanii caalmaatti cimsuuf…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Chaayinaa Waang Yuu waliin mari'atan.
Obbo…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa gara magaalaa Oomaanitti balallii eegale
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa gara Yoordaanoos magaalaa Oomaanitti balallii eegaleera.
Sagantaa eegalchiisa balallichaarratti Hojii Raawwachiisa…