Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaa Makonnin Yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Yaa’iin Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtooman 77ffaan Ameerikaa magaalaa Niwuyoorkitti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi mata duree “Jijjiirama…
Dooktar Ergoogee Tasfaayeen miseensoota gamtaa parlaama Awuroppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayeen miseensoota gamtaa parlaama Awuroppaa waliin mari’atan.
Dooktar…
‘UNESCO’n Ityoophiyaa akka deeggaru beeksise
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbanni Barnoota, Saaynsii fi Aadaa (UNESCO) ya’ii bulchiinsa marsariitii idil addunyaa ityoophiyaan qopheessitu…
Waltajjichi hojii Ityoophiyaan qabeenya uumamaasheetti haalaan fayyadamuuf hojjechaa jirtu…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Waltajjii Federeeshinii Idil Addunyaa Ruuppaak Chaatoopaadiyaay hojii Ityoophiyaan qabeenya uumamaasheetti haalaan fayyadamuuf hojjechaa…
Naannoon Kibbaa RIB’f deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasise
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – Naannoon Kibbaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiseera.
Deeggarsichas kan fuudhan Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad…
Yakkoota kaaba biyyattiitti raawwataman ilaalchisee adeemsi qorannoo gaggeeffamaa ture irra…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Walitti bu’iinsa kaaba Ityoophiyaatti uumameen walqabatee yakkoota raawwataman ilaalchisee adeemsi qorannoo gaggeeffamaa ture irra jireessaan xumuramuu…
Ayyaana jijjiirama baraa Kafichoo Yuuniiskootti galmeessisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Ayyaana jijjiirama baraa saba Kafichoo Yuuniiskootti galmeessisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame.
Ayyaanni jijjiirama baraa saba kafichii magaalaa…
Nageenya naannichaa itti fufsiisuuf hojiileen hojjetaman cimanii itti fufu-Obbo Ordiin Badirii
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – Nageenyaa naannichatti mul’ataa jiru itti fufsiisuuf hojiileen hojjetamaa jiraan cimanii kan itti fufan ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin…
Balaa Tiraafikaa aanaa Lagaambootti qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Balaa Tiraafikaa Godina Walloo Kibbaa aanaa Lagaambootti qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe.
Balichi kan qaqqabe konkolaataan Siinoo Tiraak jedhamu…
Ayyaani Irreecha Hora Finfinneefi Hora harsadee Fulbaana 21fi 22 kabajama jedhame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Ayyaani Irreecha Hora Finfinneefi Hora harsadee fulbaana 21fi 22 akka kabajamu Gamtaan Abbotii Gadaa Oromoo beeksise.
Gamtichi har'a magaalaa…