Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa gara magaalaa Oomaanitti balallii eegale
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa gara Yoordaanoos magaalaa Oomaanitti balallii eegaleera.
Sagantaa eegalchiisa balallichaarratti Hojii Raawwachiisa…
Afaar magaalaa Loogiyaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Naannoo Afaar magaalaa Loogiyaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen Konkolaachisaa dabalatee lubbuun namoota 5 darbe.
Konkolaataan deddeebisa ummataa…
Ayyaanni Daamaraa fi Irreechaa karaa nagaan akka kabajamu qaamni hundi qooda isaa ba’uu qaba jedhame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) –Kabajni Ayyaana Daamaraa fi Irreechaa karaa nagaan akka xumuramu dhaabbileen Tajaajilaa fi Bu’uuraalee misoomaa qindoominaan hojjechuu akka qaban…
Bu’uurri Badhaadhina hundaa, akeekni misooma hawaasummaa, barnootaan dhugooma-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Bu'uurri Badhaadhina hundaa fi akeekni misooma hawaasummaa, barnootaan dhugooma jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Ministeerichi jila Somaaliyaa waliin hojiilee damee magaalaa fi bu’uuraalee misoomaarratti…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa jila Somaaliyaa, Moqaadishoo waliin hojiilee damee magaalaa fi bu’uuraalee misoomaarratti hojjetaman irratti…
Ambaasaaddar Naasiseen haala qophii guyyaa Turizimii naannoo Beenishaanguul Gumuz daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Turizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin haala qophii guyyaa Turizimii naannoo Beenishaanguul Gumuz daawwataniiru.
Jilli…
Aanaa Adaabbatti balaa konkolaataa mudateen lubbuu namoota 6 darbe
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) –Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbatti balaa konkolaataa mudateen lubbuu namoota 6 yoo darbu, namoota 15 irra miidhaa cimaa fi salphaan qaqqabuu Waajjirri…
Kabaja ayyaanota Masqalaa, Damaraafi Irreechaa ilaalchisee mariin gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015(FBC)- Mariin ayyaanoni Masqalaa, Damaraafi Irreechaa karaa nagaa akka kabajaman dandeessisuurratti xiyyeeffate gaggeeffame.
Biiroon Bulchiinsaafi Nageenyaa…
Sagantaan hariiroo dargaggoota Afrikaa cimsuu ifoome
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Koreen Biyyaalessaa Waajjira Muummee Ministiraa fi Ministeera Dhimma Alaan hundaa’e dargaggoota lammiilee Ityoophiyaa fi biyyoota Afrikaa biroo gidduutti…
Faanaan damee miidiyaan muuxannoo addunyaa qindeessuun misoomaafi maqaa gaarii biyyattiif hojjeta-…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015(FBC)- Faanaan damee miidiyaan muuxannoo addunyaa qindeessuun misoomaafi maqaa gaarii biyyattiif kan hojjetu ta’uu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Faanaa…