Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoon Hararii harka qalleeyyiif maaddii qoode
Finfinnee, Hagayya 28, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Hararii Ayyaana bara haaraa fi Mawuliidaa sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoode.
Lammiilee harka qalleeyyii kuma 1ol…
Dhiibbaa jijjiirama qabeenya Qilleessaa balaa ta’e qolachuuf tarkaanfii jijjiiramaatu barbaachisa –…
Finfinnee, Hagayya 28, 2017 (FMC) – Dhiibbaa jijjiirama qabeenya Qilleessaa balaa ta’e qolachuuf tarkaanfii jijjiiramaatu barbaachisa jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.…
Torbeen Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Idil-addunyaa 2ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Hagayya 28, 2017(FMC)- Torbeen Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Idil-addunyaa 2ffaan Finfinnee Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addisitti gaggeeffamuu eegaleera.
Sagantaa…
Dooktar Laggasaa Tulluun Ambaasaaddara ta’uun muudaman
Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC)_ Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluu Ambaasaaddara gochuun muudaniiru.…
Bu’uurri Itiyoophiyaa deeggartummaarraa baasuuf dandeessisu kaa’ameera- Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC) – Waggoottan torban darban damee hedduun hojiilee hojjetamaniin bu’uurri Itiyoophiyaa deeggartummaarraa baasuuf dandeessisu kaa’ameera jedhan Ministirri…
Hawaasni Manneen Murtiitti sirnaan akka fayyadamuuf kutannoon hojjetamaa jira- Aadde Sa’aadaa…
Finfinnee, Hagayya 27, 2017(FMC)- Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahamaan hawaasni Manneen Murtiitti sirnaan akka fayyadamuuf kutannoon hojjetamaa jira jedhan.
Aadde…
Godinni Booranaa boqonnaa haaraa irratti argama- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Hagayya 27, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa irra deddeebiin hongeen miidhamaa kan ture Godinni Booranaa boqonnaa haaraa irratti argama jedhan.…
Dhaloota seenaa hojjennu ta’uu keenya hubachuun barbaachisaadha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) – Seenaa wal saamnu oosoo hin taane dhaloota seenaa hojjennu ta'uu keenya hubachuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Mootummaan naannichaa qabeenya bishaanii sirnaan hogganuun jireenya uummataa jijjiiruuf hojjechaa…
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa barii jijjiiramaarraa eegaluun qabeenya bishaanii sirnaan hogganuuf hojjechaa jira jedhe Waajjirri Pireezidaantii naannichaa.…
Dhiigaa fi dafqa keenyaan coba bishaanii dhimmaaf oolchineerra – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) –Ijaarsi Piroojektii Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa eegalamee booddetti deebi'ee ture xumuruun ciminaa fi cichoomina jedhan Ministirri Muummee FDRI…