Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Leenjiin ijaarsa dandeettii hoggansa paartii badhaadhinaaf kennamu marsaa 2ffaan eegale
Finfinnee, Sadaasa 10, 2018 (FMC) – Leenjiin ijaarsa dandeettii hoggansa paartii badhaadhinaaf kennamuu marsaa 2ffaan kennamuu eegaleera.
Leenjichi mata duree “Ilaalama Mootummaa…
Lammiileen gatii madaalawaan mana akka argataniif hojiin hojjetamu jabaatee itti fufa – Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2018(FMC) - Sagantaa misooma manneeniin jiraattotni magaalaa sadarkaa jireenyaa gadi aanaa irra jiran gatii madaalawaan mana akka argataniif hojiin hojjetamu jabaatee…
Dhaabbiileen Maaleezhiyaa carraalee daldalaa fi invastimantii Itiyoophiyaatti akka fayyadamaniif…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2018 (FMC)- Dhaabbiileen Maaleezhiyaa carraalee Daldalaa fi Invastimantii Itiyoophiyaatti akka fayyadamaniif haaloonni mijataan jiru jedhan Pireezidaantiin FDRI…
Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Daatoo Seerii Anwaar Ibraahim Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 10, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Daatoo Seerii Anwaar Ibraahim Yaadannoo Injifannoo Adwaafi Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru.…
Fooramii magaalootaa 10ffaan Samaraa Loogiyaatti gaggeeffamaa ture xumurameera
Finfinnee, Sadaasa 10, 2018 (FMC)- Fooramiin Magaaloota Itiyoophiyaa 10ffaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraa Loogiyaatti gaggeeffamaa ture xumurameera.
xumura fooramii kanarratti hojiiwwan…
Itiyoophiyaa fi Azaarbaajan tumsa isaanii caalmaatti cimsuuf ni hojjetu
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Azaarbaajan tumsa Paarlaamaa hariiroo ummataa fi Invastimantiin qaban caalmaatti cimsuuf ni hojjetu.
Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota…
Ministirri Muummee Maaleezyiyaa Daatoo Seerii Aniwaar Abraahiim daawwanna hojiif Itiyoophiyaa dhufan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Maaleezyiyaa Daatoo Seerii Aniwaar Abraahiim daawwannaa hojii guyyoota sadiif har'a Finfinnee galaniiru.
Kana hordofee Ministirri…
Sagantaan Ashaaraa magariisaa duudhaan kunuunsia bosona ture caalmaatti akka cimu gargaare
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa Mootummaan hawaasa hirmaachisuun raawwataa jiru duudhaaleen kunuunsa bosonaa ture caalmaatti akka cimu gargaare jedhe…
Magaaloonni Oromiyaa jireenyaaf mijataa akka ta’aniif hojiileen eegalaman cimanii itti fufu –…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Magaaloonni Oromiyaa jireenyaaf mijataa akka ta'aniif hojiilee damee hedduun eegalaman cimanii itti fufu jedhe Biiroon Misooma Magaalaa fi Manneenii…
Itiyoophiyaa misooma qonnaan fakkeenya Afrikaa taasisuuf hojjetaa jirra – Obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa misooma qonnaa itti fufiinsa qabuun fakkeenya Afrikaa taasisuuf hojjetaa jirra jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaan.…