Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan invastaroota idil addunyaaf eegumsa akka taasisu ibse
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC)- Mootummaan invastaroota idil addunyaaf yeroo kamiyyuu eegumsa invsatimantii taasisuuf xiyyeeffannaa olaanaan kan hojjetu ta’uu ibse.
Koomishiniin…
Ambaasaaddar Silashii Baqqalaan Daayrektara olaantuu Sagantaa Qabeenya Qilleensaa DhMG waliin…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015(FBC)- Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Silashii Baqqalaan Daayrektara olaantuu Sagantaa Qabeenya Qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…
Harariitti obbolaan lama boollatti kufuun lubbuun isaanii darbe
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) –Naannoo Hararii aanaa Dirree Xiyyaaratti Obboleettiwwan lama boolla bishaaniitti kufuun lubbuun isaanii darbuu ibsame.
Naannoo Hararii Aanaa Dirree…
MM Abiy Ahimad Indaastirii Baankii guddisuuf gumaacha taasiisaniif badhaasa idil addunyaa…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Indaastirii damee Baankii guddisuuf gumaacha taasiisaniif badhaasa hoggantoota Faayinaansii Islaamummaa idil addunyaa…
Hoggantoonni Dhaabbbilee garaagaraa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Hoggantoonni Ministeera Fayyaa fi Immigireeshinii fi Tajaajila Lammummaa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjoomaniiru.
Hoggantoonni kunneen 'dhiiga keenya…
Amb. Dammituun Daayrektara Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC)- Xaaliyaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dammituu Hambisaa Daayrektara Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa Quu Doongiyoo waliin mari’atan.
Marii…
Obbo Dammaqaan Gamtaa Awurooppaatti Daayrektara Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Gamtaa Awurooppaatti Daayrektara Afriikaa Riitaa Laaranjinhaa waliin haala…
Jilli MM Abiy Ahimad Jibuutii gale
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC)- Jilli Olaanaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo daawwannaa hojiif Jibuutii galeera.
Jilli garechaa wayiita…
Watwaannaan garee ABUT yeroo bitachuufi-Pirofeesar Aan Jeeraaldi
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC)- Yeroo ammaa watwaannaan dhukaasa dhaabuu shororkeessaa ABUT dhagaa’amu nageenya waaraaf carraa kennuuf utuu hintaanee kufaatii mudateen dandamachuuf ta’uu…
Tattaaffii Lammiilee Saa’uud Arabiyaa gara biyyaa deebisuuf taasiifamu ni tumsina – Ambaasaaddar…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) –Tattaaffii Lammiilee Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf taasiifamu ni tumsina jedhan Ityoophiyaatti…