Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinni Jimmaa Raayyaa Ittisaa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 ol taasise
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015(FBC)- Godinni Jimmaa marsaa 2ffaanRaayyaa Ittisaa Biyyaaf deeggarsa garaagaraa Birrii miiliyoona 30 olitti tilmaamamu taasise.
Godinichi guyyaa har’aa…
Kutaaleen Magaalaa Nifaas Silk Laaftoofi Araadaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015(FBC)-Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Kutaaleen Magaalaa Nifaas Silk Laaftoofi Araadaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisuu ibsame.
Kutaan Magaalaa Nifaas…
Injinar Taakkalaan Ministira Inarjii Jibuutii waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan, gita isaanii Jibuutii
Yooniis Alii Guddin
waliin mari’ataniiru.Dhimmoota Inarjii fi…
Dhalattoonni Tigraay magaalaa Finfinnee jiraatan dhimmoota yeroo biyyaalessaarratti mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015(FBC)- Dhalattoonni Tigraay magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa garaagaraa jiraatan dhimmoota yeroo biyyaalessaarratti mari’atan.
Gochaafi badii gareen…
MM Abiy Ahimad hogganaa Abbaa Taayitaa Invastimantii Kuwaataar waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Abbaa Taayitaa Invastimantii Kuwaataaritti hogganaa Eeshiyaa- Paasifikiifi Afrikaa Sheek Faayisal Biin Taanii…
Bara baajataa 2015 magaaloonni Baadiyyaa 280 tajaajila Elektirikaa ni argatu jedhame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa bara baajataa 2015 magaaloota Baadiyyaa 280 tajaajila Elektirikaa qaqqabsiisuuf hojjechaa jiraachuu beeksiise.…
Biirichi deeggarsa Birrii miiliyoona 85 olitti tilamaamamu walitti qabe Buusaa Gonofaaf dabarse
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC)- Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Daa'immanii Oromiyaa deeggarsa meeshaalee barnootaa fi nyaata qaamolee garaagaraarraa walitti qabaa ture Birrii miiliyoona…
Fooramiin marii bishaanii, dippilomaasii bishaanii fi dhimmoota kominikeeshinii Baahirdaaritti…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC)-Fooramiin marii bishaanii, dippilomaasii bishaanii fi dhimmoota kominikeeshinii Baahirdaaritti eegalame
Fooramichi Ministeerri Bishaanii fi Inarjii…
Hawaasni idil addunyaa qajeeltoo “Rakkoo Afrikaaf Furmaata Afrikaa” akka deeggaru gaafatame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015(FBC)- Hawaasni idil addunyaa qajeeltoo marii nageenyaa Gamtaa Afrikaan gaggeeffamu “Rakkoo Afrikaaf Furmaata Afrikaa” jedhuuf deeggarsa akka taasisu Ambaasaaddar…
Magaalichatti yaa’insa sochii tiraafikaa fooyyeessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Ejansiin Bulchiinsa Tiraafikaa magaalaa Finfinnee yaa’insa sochii tiraafikaa fooyyeessuuf hojiileen adda addaa hojjetamaa jiraachuu ibseera.
Adeemsi…