Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi magaalichaa weerara lafaa fi nageenyarratti xiyyeeffannaan hojjechuu qaba jedhame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC)-Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee weerara lafaa fi dhimmoota nageenyaarratti xiyyeeffannaan hojjechuu akka qabu Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa…
Lammilee fi dhaabbilee garee ABUT’n miidhamaniif deeggarsi meeshaalee Doolaara miliyoona 5 taasifame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC)- Lammilee fi dhaabbilee garee shororkeessaa ABUT’n miidhaaman deeggarsa meeshaalee Doolaara miiliyoona 5 baasanii taasisuu Neetwoorkii Deeggarsa Hawaasummaa…
Yuunivarsiitiin Finfinnee fi Imbaasiin Chaayinaa waliigaltee carraa barnoota bilisaa mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee fi Imbaasiin Chaayinaa Damee Teeknooloojiin ga’umsa barattootaa fi barsiisootaa guddisuuf…
Baankiin Biyyaalessaa RIB’f deeggarsa Birri miiliyoona 19 taasise
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Baankii Biyyaalessaa Ityoophiyaa miindaa baatii tokkoo Raayyaa Ittisa Biyyaaf gumaachaniiru.
Deeggarsi hoggaantoonnii fi…
Rakkooleen Afriikaa Afrikaanotaan akka furaman Ityoophiyaan murannoo cimaa qabdi- Amb. Tashoomaa…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Rakkoleen Afrikaa Afrikaanotaan akka furaman Ityoophiyaan murannoo cimaa qabdi jechuun Chaayinaatti Ambaasaaaddarri Ityoophiyaa Tashoomaa Togaa ibsan.…
Naannolee fi dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Naannolee fi dhaabbilee garaagaraa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa akaakuu fi maallaqaa taasiisaniiru.
Waajjirri Muummee Ministiraa fi dhaabbileen…
Manneen hojii ministeeraa sosochii galii walitti qabuu idil addunyaa eegalchiisan
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa fi Ministeerri Maallaqaa, Tajaajila Diyaaspooraa Ityoophiyaa waliin ta’uun, baatii tokkoof kan turu sosochii galii walitti qabu…
Bara kana lafa hektaara miiliyoona 1 ol Jallisii Boneen Qamadii Misoomsuuf hojjetamaa jira – Pir.…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Sagantaan sosochii misooma Qamadii jallisii Naannoo Oromiya gaggeeffamaa jira.
Bara kana Jallisii boneen sadarkaa…
Sirni barnootaa haaraan bara kana hojiirra ni oola jedhame
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Sirni barnootaa haaraan Fulbaana 9,2015 irraa eegalee kutaa 1ffaa-8ffaatti hojiirra kan oolu ta’uu ibsame.
Ministir Deetaan Ministeera Barnootaa…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Hoteela Abbaa Urjii 5 bane
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee keessatti Hoteela Abbaa Urjii 5 bane.
Hoteelichi terminaala keessummeessa…