Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach dabalatee hoggantoonni olaanoon tajaajila geejjiba bilisaa kennaa jiru
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Kantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebee dabalatee hoggantoonni olaanoon magaalichaa guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuun tajaajila…
Naannoon Kibbaa deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 219 raayyaa ittisaaf taasiise
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Naannoon Ummattoota Kibbaa deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 219tti tilmaamamu raayyaa ittisaaf taasiise.
Sangoota kuma 1 fi 829,…
Naannoon Beenishaanguul Gumuz sirreeffamtoota 104’f dhiifama taasise
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoon Beenishaangul Gumuz bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 104’f dhiifama taasisuu Abbaan Alangaa naannichaa beeksise.…
Mootummaan ibsa Koomishiniin Ogeeyyii Mirgoota Namoomaa Idil Addunyaa baase kuffise
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Mootummaan ibsa Koomishiniin Ogeeyyii Mirgoota Namoomaa Idil Addunyaa baase kuffiseera.
Ministeerri Dhimma Alaa ibsa baaseen ibsi koomishinichaa…
Obbo Ordiin Badiriin ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin ergaa baga geessanii bara haaraa dabarsan.
Barri darbe bara qormaatileen guuttame…
Oromiyaatti biqiltuun muuzii miiliyoonni 2.6 ol misoomaa jira jedhame
Finfinnee, Qaammee 4,2014(FBC)- Naannoo Oromiyaatti inisheetiivii misooma muuziin biqiltuun miiliyoonni 2.6 ol lafa heektaara kuma 12 ol irratti misoomaa jiraachuu ibsame.
Bara 2012 irraa…
Awutoobisoonni magaalichaa haaraan eebbifamaa jiru
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Awutoobisoota haaraa galche eebbisiisaa jira.
Guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuun bulchiinsi magaalaa Finfinnee…
Godinichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf sangoota 374 deeggarsa taasise
Finfinnee, Qaammee 4,2014(FBC)- Bulchiinsi godina Arsii Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf sangoota 374 deeggarsa taasise.
Godinichi deeggarsa sangootaa aanaalee godinichaa 13 fi bulchiinsa…
Guyyaan tajaajiltummaa kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 4,2014(FBC)- Guutuu biyyattiitti guyyaan tajaajiltummaa hojiilee tola ooltummaan kabajamaa jira.
Guyyaa tajaajiltummaa ilaalchisee hoggantoonni olaanoon Ministeerota…
MM Abiy Ahimad boqochuu Giiftii Eelzaabeetiif gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad boqochuu Mootiitti Ingiliz Giiftii Eelzaabeet 2ffaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsan.
Mootiittiin Ingiliz…