Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boru magaalichatti tajaajilli geejjibaa bilisaan ni laatama
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) –Boru Qaammee 4 guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuun magaalaa Finfinneetti tajaajilli geejjibaa bilisaan ni laatama jedhame.
Guyyaa tajaajiltummaa kana…
Ityoophiyaan karoora qabeenya jijjiirrama qilleensaa waggaa 10 milkeessuuf ni hojjetti –…
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan karoora Eeggumsa naannoo fi qabeenya jijjiirrama qilleensaa waggaa 10 milkeessuuf xiyyeeffannoon kan hojjettu ta'uu Ministirri Pilaanii fi…
Ministeerri Fayyaa deeggarsa meeshaalee barnootaa Biiroo Barnootaa Finfinneef gumaache
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa meeshaalee barnootaa dhaabbilee itti waaamamtootaa fi hojjettootaarraa walitti qabee Biiroo Barnootaa Finfinneef gumaacheera.…
Miidiyaaleen ABUT cina dhaabbatan walitti bu’iinsicha babal’isaa jiru-Alistar Toomsan
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Dhaabileen miidiyaa idil addunyaa tokko tokko gabaasa dogoggoraa walitti bu’iinsa kutaa Kaabaa Ityoophiyaatti itti fufe, caalaatti walxaxaa taasisaa…
Fulbaana 1 eegalee hojjettoonni Pirooviidanti Fandii fayyadamaa turan karoora Soorama hordofu
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Fulbaana 1 eegalee hojjettoonni Pirooviidanti Fandii fayyadamaa turan hojmaata karoora Sooramaa kan hordofan ta’uu Bulchiinsi Wabii Hawaasummaa…
Godinaalee fi Magaalonni Oromiyaa deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasisan
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Godinaaleefi Magaalonni Naannoo Oromiyaa deeggarsa gosa garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaatiif taasisaniiru.
Deeggarsi taasifames Sangoota kuma 1 fi 329,…
Godinni Hadiyyaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 42 olii taasiise
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Ummannii fi Bulchiinsi Godina Hadiyyaa Birrii miiliyoona 42 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Sangoota 350, Hoolaa fi Ra’ee…
Artistoonni Qaammee 5’f Muuziqaa CD’n hojjechuun gumaachan
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Artistoonni Qaammee 5 guyyaa Tokkummaaf Muuziqaa CD’n hojjechuun gumaachaniiru.
Artistoonni kunneen Muuziqaa waa’ee tokkummaa,…
Bara baajatichaatti jallisiiwwan 27 ni ijaaramu jedhame
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Bara baajatichaatti pirojektiiwwan jallisii 27 akka ijaaraman Ministir Deetaan Ministeeraa Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Birhaanuu Leenjisoo…
Faanaa fi Yuunivarsiitiin Amboo waliin hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Faanaa Broodkaastiing Korporeetii fi Yuunivarsiitiin Amboo waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…