Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiilee sababa waraanan buqqa’an deebisanii dhaabuun barbaachisaadha – Dr/In Nagaash Waageeshoo
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Bara haaraatti Lammiilee sababa waraanan buqqa’an deebisanii dhaabuun barbaachisaa ta’uu Itti aanaan Pireezidaantii Naannoo Ummattoota Kibba Lixa…
Godinni Walloo Kibbaa humna waloo adda waraanaa jiraniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Godinni Walloo Kibbaa humna waloo adda waraanaa jiraniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 22 olii taasise.
Godinichi Weerara gareen shororkeessaa…
Lafa heektaara miiliyoona 1.8 irratti biqiltuuwwan faayidaa dame hedduu qaban dhaabamaniiru- MQ
Finfinnee, Qaammee 4,2014 (FBC)- Lafa heektaara miiliyoona 1.8 irratti biqiltuuwwan faayidaa dameE hedduu qaban dhaabamuu Ministir Deetaan Ministeera Qonnaa Piroofeesar Iyyaasuu Eeliyaas…
Bara haaraatti hojiileen fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan ni hojjetamu- Obbo Kadir Juhaar
Finfinnee, Qaammee 4,2014 (FBC)- Bara 2015tti hojiileen misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan kan hojjetaman ta’uu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaa Obbo Kadir Juhaar ibsan.…
Fedhii biyya diiguu diinaa fashaleessuun Ityoophiyaan misooma dhugoomsaa jirti-F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Fedhii biyya diiguu fi jeequu diinota keenyaa qabsoo qindaa’aan fashaleessuun Ityoophiyaan karoora misoomaa abdii ta’an dhugoomsuuf hojjechaa jirti jechuun…
Mootummaan naannichaa nageenya waaraa fiduuf xiyyeeffannoon ni hojjeta- obbo Umad Ujuluu
Finfinnee, Qaammee 4,2014 (FBC)- Mootummaan naannichaa bara 2015tti nageenya waaraa fiduuf xiyyeeffannoo kennee kan hojjetu ta’uu Pireezidaantii naannoo Gambeellaa obbo Umad Ujuluun ibsan.…
Magaalaa Buraayyuutti Hidha Haaromsaaf Birrii miiliyoonni 41.5 walitti qabame
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Magaalaa Buraayyuutti torbee tokko keessatti Hidha Guddicha Haaromsaa Ityoophiyaaf Birrii miiliyoonni 41.5 walitti qabamuu ibsame.…
Obbo Musxafee Mahaammad ergaa baga geessanii dabrsan
Finfinnee, Qaammee 4,2014 (FBC)- Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad waggaa haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabrsan.
Obbo Musxafeen ergaa isaaniin,…
Diinonni keenya kan nu dhiisan dameewwan hundaan ga’umsa qabaachuu keenyaa yoo beekan qofa-MM Abiy…
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Diinonni keenya kan nu dhiisan dameewwan hundaan ga’umsa qabaachuu keenyaa yoo hubatan, tarsiimoon, meeshaalee fi teeknooloojiin akka nu injifachuu…
Aadde Adaanach dabalatee hoggantoonni olaanoon tajaajila geejjiba bilisaa kennaa jiru
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Kantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebee dabalatee hoggantoonni olaanoon magaalichaa guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuun tajaajila…