Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan Nageenyaa naannoleetti kabajame
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Guyyaan Nageenyaa mata duree ‘Ityoophiyaaf nageenya’ jedhuun naannoleetti kabajame.
Guyyaan kun magaalaa Adaamaatti sirnoota adda addaan bakka kantibaan…
Wabii nyaataa Ityoophiyaa milkeessuuf qindoominaan ni hojjetama – Injinar Ayishaa Mahaammad
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Bara baajata kana mul’ata Wabii nyaataa Ityoophiyaa milkeessuuf Abbootii qabeenyaa damichaa waliin qindoominaan ni hojjetama jedhan Ministirri…
Hidha Haaromsaa xumuruuf Birrii biiliyoona 60 barbaachisa jedhame
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Pirojektii Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa xumuruuf dabalataan Birrii biiliyoona 60 akka barbaachisu Hoji Gaggeessaan Pirojektichaa Injiinar Kifilee…
Humnoota nageenya booreessan irree tokkoon ni injifanna –Obbo Dastaa Leeddaamoo
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Humnoota nageenyaa booreessaan tokkummaan injifachuun nageenya Ityoophiyaa tiksina jedhan Pireezidantiin mootummaa Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa…
Bulchinsi magaalichaa ‘Daandii Nageenyaa’ moggaase
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaala Finfinnee Daandii haaraa sadarkaa isaa eeggatee ijaarame Uraa’el irraa gara ‘Walloo safar’ geessuu “Daandi Nageenyaa” jechuun moggaase.…
Jeneraal Dammallash Gabramikaa’eel Daayrektara Jeneraalaa Poolisii Biyyaalessa Jiibuutii waliin…
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraala Dammallash Gabramikaa’eel Daayrektara Jeneraalaa Poolisii Biyyaalessa Jiibuutii Kolooneel…
Dhiibbaa ture waliin yoo madaalamu karoorri bara 2014 milkaa’aa ture- Obbo Dammaqaa Makonnin
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Dhiibbaa hunda galeessa biyyattii keessa ture waliin yoo madaalamu karoorri bara 2014 milkaa’ina kan qabu ta’uu Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri…
Godinaaleen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Godinaaleen Walaayittaa, Kafaafi Kambaataa Xambaaroo Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan.
Bulchiinsi godinaafi uummanni Walaayittaa Raayyaa Ittisa…
Godinichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 39.5 ol taasise
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Godinni Jimmaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 39.5 olitti tilmaamu taasise.
Godinichi deeggarsa sangoota 250, re’ootaa 12 fi hoolota…
Aadde Adaanach Abeebeen Waldaa “Muyaa Ityoophiyaa” daawwatan
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)-Kantiibaan magaalaa Finfinnee fi hoggantoonni olaanoon magaalichaa oomishtootaafi oomishtummaa jajjabeessuuf Waldaa dhuunfaa itti gaafatamummaansaa murtaa’e…