Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’ii Idileen 10ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaan oolmaa isaa guyyaa 2ffaan itti…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) –Yaa'ii Idilee 10ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaan Adaamaa Galma Caffeetti oolmaa isaa guyyaa 2ffaa itti fufeera.
Oolmaa guyyaa 1ffaa…
Itiyoophiyaafi Iswaatiiniin tumsa isaanii cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018(FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaafi Tumsa Idil-addunyaa Iswaatiinii Fooliil Diilaamiinii Shaakaantuu…
Ministirri Muummee Baarbaadoos irra deebiin filatamuu hordofee Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Baarbaadoos Miyaa Mootaaliin irra deebiin filatamuu hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga gammaddanii…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa gufuuwwan isa muudatan humna ummataatiin damdamatee galmoota…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018(FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa akkuma yeroo maraa, gufuuwwan isa muudatan humna ummataatiin damdamatee galmoota tarsiima'oo Ummata Oromootiif bu’uura cimaa…
Imaanaa dhaloonni darbe nuuf kenne bu’uura cimaan ijaaruun dhaloota egeereef dabarsuu qabna…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ummanni Oromoo waggaa 100 oliif aarsaa qaalii kaffaluun abbaa hiree ta'uu mirkaneesse jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii duraanii Afrikaa Kibbaa Taamboo Mibeekii waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii duraanii Afrikaa Kibbaa Taamboo Mibeekii waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar…
Rakkoon nageenyaa Oromiyaa akka hammaatu kan taasise dhimma keessooti – Obbo Kaffalew Tafarraa
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Rakkoon nageenyaa Oromiyaatti mudate akka hammaatu kan taasise dhimma keessooti jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa…
Mootummaan naannoo Oromiyaa tajaajila ummataa fooyyessuuf hojiilee bal’aa hojjetaa jira…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Itti quufiinsa ummataa guddisuuf hanqina kenniinsa tajaajilaa furuuf tajaajiloota faca'anii turan hedduu bakka tokkotti fiduun danda'ameera jedhan…
Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Siidii Uuluudi waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee…
Itiyoophiyaa fi Gamtaan Furmaata Misooma Waaraa Mootummoota Gamtoomanii waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018(FMC)- Itiyoophiyaa fi Gamtaan Furmaata Misooma Waaraa Mootummoota Gamtoomanii waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Ministir Deetaan Ministeera…