Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Duula dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 200…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Duula dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 200 dhaabameera jedhan Ministirri Tajaajila…
Hojiiwwan Ashaaraa magariisaa baroottan darban hojjatamaniin bu’awwan hedduun argaman-…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC)- Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaallee Ganda Ilaalaatti biqiltuu dhaabaniiru.…
Miseensonni Raayyaa Ittisaa Ajaja Giddugala Daalool biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaabaan
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) – Miseensonni Raayyaa Ittisaa Ajaja Giddugala Daalool biqiltuu ashaaraa magariisaa Godina Jimmaa Aanaa Shabee Somboo dhaabaan.
Biyya abbootiin nu…
Ashaaraan magariisaa tokkummaa lammiilee mirkaneessa
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) –Hooggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinneetti biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoo magaalaa Finfinneetti dhaaban.
Duula…
Ijoollee keenyaaf hojjechaa jirra – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) – Ijoollee keenyaaf hojjechaa jirra, abdii dhaabna, Itiyoophiyaa uwwisna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Sagantaan dhaabbii…
Magaalaa Asallaatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Magaalaa Asallaatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira.
Duula kanarratti kutaaleen hawaasaa garaagaraa ganama…
Magaalaa Naqamteetti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Bulchiinsa Magaalaa Naqamtetti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jira.
Duula Kanaan biqiltuun kumni 61 fi 984 ni…
Dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa See’uul, Kooriyaa Kibbaatti
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC) - Dippiloomaatonni fi hojjettoonni Imbaasii Itiyoophiyaa Kooriyaa Kibbaa keessatti argamuu, lammiilee Kooriyaa Kibbaa waliin ta'uun sagantaa dhaabbii…
Magaalaa Aggaarootti sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 27, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaa, Magaalaa Aggaarootti sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira.
Sagantaan guutuu biyyaatti guyyaa tokkotti…
Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaaf carraa guddaa Waliigaltee Biyyaalessaa Waaraa ti – Leetinaal…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2018 (FMC) - Mariin biyyaalessaa nagaa waaraa fi waliigalteewwan waloo Itiyoophiyaaf carraa guddaa dha jedhan hirmaataan mariichaa Leetinaal Jeneraal Yohaannis…