Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qabxiilee gurguddoo Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad turtii Amaaraa Miidiyaa Korporeeshin…
👉 Uummanni Amaaraa uummata gamna, dubbii hundee isaarraa hubachuuf, gamaaggamuuf uummata rakkatu miti; sababaafi bu’aa dhimma kanaa tasgabbiin osoo gamaaggamee gadi fageenyaan osoo ilaalee…
Filannichi Itiyoophiyaatti aangoo mootummaa argachuuf filannoon alatti karaan biraa akka hinjirre…
Finfinnee, Adooleessa 25, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad filannoon waliigalaa 7ffaan Itoophiyaa keessatti aangoo mootummaa argachuuf filannoon alatti karaan biraa akka…
Hojiileen naannoo Amaaraatti waggoottan darban hojjetaman bu’aa qabeessa – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 25, 2018 (FMC)- Hojiileen waggoottan jijjiiramaa darban naannoo Amaaraatti hojjetaman kan xiqqeffamanii miti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Gaaffilee mootummaan jijjiirama dura ture deebisuu qabu Paartiin Badhaadhinaa deebise – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2018 (FMC) – Gaaffilee mootummaan jijjiiramaan dura ture deebisuu qabu Paartiin Badhaadhinaa deebiseera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Bara…
Itiyoophiyaa ammayyoofte ijaaruuf mareen biyyaalessaa murteessadha
Finfinnee, Adoolessa 25, 2018 (FMC) – Yaa’iin Maree Biyyaalessaa gaggeeffamaa jiru Itiyoophiyaatti nageenya waaraa fi tokummaa mirkaneessuuf adeemsa murteessadha.
Adeemsichi walkabajuu,…
Baajanni naannichaa Birrii biiliyoona 400 fi biiliyoona 2 ol ta’uun ragga’e
Finfinnee, Adoolessa 25, 2018 (FMC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii Idilee 12ffaa gaggeesseen baajata bara hojii 2019’f Birrii biiliyoona 400 fi biiliyoona 2.2 ta’uun dhiyaate…
Magaalichatti yeroon haaromsa waliigaltee kireeffataa fi Kireessaa dheerate
Finfinnee, Adoolessa 25, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti yeroon haaromsa waliigaltee kireeffataa fi Kireessaa Kiraa manaa hanga Hagayya 30, 2018tti dheerateera.
Bulchiinsi magaalichi…
Mareen biyyaalessaa tokkummaa fi kabaja Itiyoophiyaa cimsa – Abbootii Amantaa
Finfinnee, Adoolessa 25, 2018 (FMC) – Mareen biyyaalessaa tokkummaa fi kabaja Itiyoophiyaa cimsa jedhan Abbootiin Amantaa Yaa’ii Maree Biyyaalessaarratti hirmaachaa jiran.
Adeemsi…
Hojii bu’a qabeessi damee bu’uura misooma daandii irratti mul’ate, dorgomtummaa…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2018 (FMC) –Magaalaa Finfinneetti waggoottaan darban hojii bu'a qabeessi damee bu'uura misooma daandii irratti mul'ate, dorgomtummaa magaalichaa bu'uura cimaan…
Qophii dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoof taasifamaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 25, 2018 (FMC) –Adoolessa 27, 2018 guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 800 dhaabuuf Naannoleefi Magaaloota Hundatti qophiin taasifamaa jira.
Bara kana waliigalaan…