Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adeemsi nageenyaa eegalame akka itti fufu yaa’ichi waamicha dhiyeesse
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Adeemsa nageenyaa eegalame akka itti fufu Yaa’iin Amantaalee Ityoophiyaa waamichaa dhiyeesse.
Abbootiin Gaggeessitota Olaanoo Yaa’ichaa, “Haaldureen…
Finfinneetti balaa tiraafikaan miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Lidaataatti balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun nama tokkoo yoo darbu, namoota lamarraa miidhaa cimaan qaqqabeera.…
Obbo Dammaqaan haala yeroo irratti Ambaasaaddarootaaf ibsa laatan
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Mummicha Ministeeraafi Ministeeri Dhimmaa Alaa Obbo Dammaqaa Mokooniin haala yeroo ilaalchisuun ambaasaaddarootaa fi dippiloomaatotaaf ibsa…
Galaanitti HGHI’f Birrii miiliyoonni 37 ol walitti qabame
Finfinnee, Hagayya 26, 2014(FBC)- Magaalaa Galaanitti Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaaf Birrii miiliyoonni 37 ol walitti qabameera.
Magaalichi Waancaa hidha haaromsaa Magaalaa Duukam…
Argisiisa Duubaayirratti dhaabbileen Ityoophiyaa 5 ni hirmaatu
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Baatii Sadaasaa dhufu Argisiisa Teeknoolojii Idil Addunyaa Duubaayitti gaggeeffamurratti Dhaabbileen Gurgurtaa Bizinasii Ityoophiyaa shan kan hirmaatan…
Ministeerichi Baankii Misoomaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Ogummaa Baankii Misoomaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera.
Ijoon waliigaltichaa hojii uumtoota…
Baaleetti Inisheetivii kilaastara Avokaadoorratti xiyyeeffannoon hojjatamaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti fayyadamummaa Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee Bultootaa mirkaneessuuf Inisheetivii kilaastara Avokaadoorratti xiyyeeffannoon…
Sudaan Kibbaa deeggarsa Ityoophiyaaf qabdu irra deebiin mirkaneessuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon Sudaan Kibbaa deeggarsa cimaa biyyisaanii Ityoophiyaaf qabdu irra deebiin mirkaneessan.
Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa…
Firiin Qorumsa naannoo kutaa 8ffaa ifoome
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa firii qormaata kutaa 8ffaa bara 2014 ifoomseera.
Itti Aanaan Hogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Obbo Girmaa Baayyisaa…
Oomishaa bunaa guddisuuf deeggarsi taasifamu cimee itti fufa-Obbo Dassittaa Leeddaamoo
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Oomishaafi qulqullina bunaa guddisuuf deeggarsi qonnaan bultootaaf taasifamu cimee kan itti fufu ta’uu Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dassittaa…