Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koorporeeshinichi galteewwan qonnaa Birrii biiliyoona 62 dhiyeesseera
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Koorporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Ityoophiyaa bara baajataa xumurame galteewwan qonnaa fi meeshaalee qonnaa Birrii biiliyoona 62 ol baasaan fayyadamtootaaf…
Guddina Ityoophiyaa mirkaneessuurraa humni lafaa nu dhaabu hinjiraatu-Aadde Adaanech
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Guddina Ityoophiyaa mirkaneessuurraa kan nu dhabuu danda’u humni lafarraa tokkollee hinjiraatu jechuun Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Waamicha nageenyaa hunduu akka simatu Pireezidaanti Saahilawarqi waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Waamicha nageenyaa haadholiin Ityoophiyaa fi jaallattoonni nageenyaa dhiyeessan hunduu simatee deebii hojiirraa oolmaa akka kennan Pireezidaantiin FDRI…
Chaayinaan deeggarsa misooma tuuriizimii Afrikaa akka cimsitu gaafatame
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Qabeenya tuurizimii biyyoota Afriikaa misoomsuuf tattaffii gama maraan taasisaniif chaayinaan deeggarsa taasistu cimsitee akka itti fuftu waamichi…
Ministeerri Haqaa Biiroolee Haqaa naannoolee waliin mari’achaa jira
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) –Ministeerri Haqaa Biiroolee Haqaa naannoolee waliin Magaalaa Bishooftuutti mari’achaa jiraachuun eerame.
Waltajjii marichaarratti raawwiin karooraa bara…
Waraana baname ittisuuf tarkaanfii fudhatamu ni deeggarra-Qindominicha
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa waraana baname ittisuuf tarkaanfii seera qabeessaa fudhatu kamiyyu kan deeggaran ta’uu Qindoominni Gamtaa Waldaalee Siiviikii…
Qaamolee nageenya biyyaa jeeqan ittisuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Nageenya biyyattii mirkaneessuuf ummaata Ityoophiyaa waliin qaamolee biyyaatti jeeqan ittisuun barbaachisaa ta’uu Bulchiinsi Magaala Dirree Dawaa ibse.…
Finfinnee Kolfeetti mankuusaa tokkorratti balaan ibiddaa mudate
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magalaa Kolfee naannawaa addaa Beeteel jedhamee waamamutti mankuusaa tokkorratti balaan ibiddaa tasa mudachuu Koomishinin…
Weerara diinaa fashaleessaa hojiilee misoomaa itti fufsiisna-Obbo Ristuu
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaa Godina Walaayittaatti Giddugala Baay’isa Sanyii Filatamaa Boqqolloo lafa hektaaraa kuma 1 irratti…
ABUT weerara babal’isuun iyyuu itti fufeera-TKM
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – ABUT weerara isaa babal’isuun iyyuu isaa itti fufuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Ibse.
Tajaajilichi ibsa baaseen gareen ABUT waamicha nageenyaa…