Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Musxafee Mahaammad Ityoophiyaatti Daayrektara Olaanaa Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa waliin…
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Ireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Ityoophiyaatti Daayrektara Olaanaa Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Niikoolaas Voon Areeksan…
Gabaasa bara 2014 fi karoora 2015 Paartii Badhaadhinaarraatti ibsi kenname
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) – Waajjirri olaanaa Partii Badhaadhinaa ibsa gabaasa bara 2014 fi karooraa 2015 irratti gaggeesseera.
Waltajjicharratti Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii…
RIB odeeffannoowwan hin mirkanaa’iin darban akka dhaabbatan yaadachiise
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa haala yeroo raayyichaa ilaalchisee yaaliin odeeffannoowwan hin mirkanaa’iin, hin malleefi jette jetteewwan gabaasuufi tamsaasuuf…
Ityoophiyaan Yaa’ii Misooma leenjii Teekinikaafi Ogummaa Idil Addunyaarratti hirmaatte
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan Yaa’ii Misooma Barnoota leenjii Teekinikaafi Ogummaa Idil Addunyaarratti hirmaachuu ibsame.
Yaa’ichi mata duree “ Misooma Leenjii Ogummaafi…
Komishiniin Poolisii Finfinnee miseensota poolisii leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee miseensota poolisii naannoo Somaalee giddugala leenjii Humna Addaa Birqoottitti marsaa 26ffaaf leenjisaa ture…
Bara baajatichaatti tajaajilli fe’iinsa goggogaa toonii miiliyoona 7.9 kennameera
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Tajaajila Gejibaa Galaanaa fi Loojistoksii Ityoophiyaa bara 2014’tti tajaajila fe’iinsa goggogaa toonii miiliyoona 7.9 kennuu beeksiseera.…
Oromiyaatti dargaggoota miliyoona 2.5’f carraa hojii uumuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) – Bara baajata 2015’tti Naannoo Oromiyaatti dargaggoota miliyoonaa 2.5’f carraa hojii uumuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi…
Guyyaatti tajaajilli viizaa oonlaayinii 800-1500 kennamaa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) –Tajaajilli oonlaayinii dhiyeenya kan jalqabe ta’us, guyyaatti tajaajila viizaa oonlaayinii 800-kuma 1 fi 500 kennamaa jiraachuun eerame.
Qonsilaatti,…
‘Goobeefi Shinoyyee’ magaalaa Finfinneetti haala miidhagaan kabajuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Feestivaala Aadaa ‘Goobeefi Shinoyyee’ magaalaa Finfinneetti haala miidhagaan kabajuuf qophiin xumuramuu ibsameera.
Dhaabbanni Piromooshinii Aartii…
Ameerikaatti HHGf guyyaa tokkotti Doolaarri kumni 70 ol walitti qabame
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Ameerikaa Waashingitan Dcitti Hidha Haaromsa Ityoophiyaa Guddichaaf guyyaa tokkotti Doolaarri kumni 70 ol walitti qabamuu ibsame.
Deeggarsi hidhichaaf…