Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen jila Ugaandaa Inistiitiyuutii Artifishaal Intalajansii daawwate
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Gareen jila Ugaandaa Inistiitiyuutii Artifishaal Intalajansii daawwateera.
Daayrektarri olaanaan Inistiitiyuutichaa Injinar Warquu Gaachanaafi…
Tokkummaa cimsuuf tajaajila tola ooltummaa fayyadamuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Tajaajila Tola ooltummaa Gannaa bifa Tokkummaa cimsuun itti fayyadamuun barbaachisaa ta'uu Pireezidaantiin naannoo Gaambeellaa Obbo Umad Ujuluun ibsan.…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 30 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa turan kumni 1 fi 30 gara deebi'aniiru.
Deebitoota keessaa 4 daa'immaan ta'uu ibsameera.…
Hoggantoonni Dhaabbilee barnootaa olaanoo Kora Qorannoo gaggeessaa jiru
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Dhaabbilee barnootaa olaanoo guyyoota lamaaf bulchiinsaa fi hoggansarratti Kora Qorannoo gaggeessaa jiru.
Ityoophiyaatti Dhimma…
Jilli Ugaandaa Bulchiinsa Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa daawwate
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Jilli Ugaandaa Bulchiinsa Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa Ityoophiyaa daawwateera.
Jilichi guyyaa kaleessaa daawwannaa hojiif Finfinnee kan…
Leenjiin ittisa yaaddoo nageenyaa daangaa ce’aa kennamaa jira
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitii Poolisii Ityoophiyaa, ‘IGAD’ waliin ta’uun leenjii ittisa yaaddoo tikaa fi nageenyaa daangaa ce’aarratti xiyyeeffate hoggantootaa fi…
Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 70 taasiifame
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaaf deeggarsi Ambulaansii fi meeshaalee biroo Birrii miiliyoona 70 baasu taasiifame.
Ambulaansii fi meeshaalee…
Abbootiin qabeenyaa Neezerlaand damee qonnaarratti hirmaachuuf fedhii qabaachuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Abbootiin qabeenyaa Neezerlaand Ityoophiyaatti damee qonnaarratti hirmaachuuf fedhii qabachuu ibsameera.
Abbootiin qabeenyaa biyyattii Ityoophiyaatti…
Oromiyaatti barattoonni kumni 361 ol qormaata seensa Yuunifarsiitii ni fudhatu- BBO
Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Oromiyaatti bara kana barattoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 61fi 896 qormaata seensa Yuunifarsiitii kan fudhatan ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.…
Godina Matakkalitti meeshaaleen waraanaa booji’aman
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Godina Matakkal Aanaa Daanguraatti oppireeshinii gaggeeffameen humnoota diinaa barbadessuun meeshaaleen waraanaa booji’amaniiru.
Ittigaaftamaan…