Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daa’imman irratti hojjechuun egeree biyyaarratti kanaarratti hojjechuudha – Aadde…
Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) – Qaama fi Sammuu Daa'immaniirratti hojjechuun egeree biyyaarratti hojjechuu ta'uu Kantibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen ibsan.
Daandii…
Waldhabdee Kaabaa furuuf murannoo Ityoophiyaan qabdu Raashiyaan dinqisiifatte
Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) – Waldhabdee Kaabaa biyyattiitti muudate furuuf murannoo Ityoophiyaan qabdu Raashiyaan kan dinqisiifattu ta'uu ibsite.
Mootummaan Ityoophiyaa waldhabdee…
Warshaan chiipsii Birrii miiliyoona 750’n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Magaalaa Hawaasaatti warshaan chiipsii Birrii miiliyoona 750’n ijaarame eebbifameera.
Meedirook Invastimanti Giruuppiin kan ijarame warshichi yaa’iinsaa…
Leenjiin walitti bu’iinsa ittisuurratti kenname ergama nageenya kabachiisuu ga’umsaan bahachuuf…
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Leenjiin walitti bu’iinsa ittisuurratti kenname ergama nageenya kabachiisuu ga’umsaan bahachuuf hubannoo kan gabbise ta’uu Giddugalaa Nageenya Kabachiisaa…
Finfinneetti raawwii galii olaanaa dhaabbilee galmeessaniif beekamtiin kenname
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee Adoolessa darbee raawwii galii olaanaa qaamolee galmeessaniif sagantaa beekkamtii fi badhaasaa gaggeesseera.…
Mankuusaan jiguun qabeenyaarra mancaatiin qaqqabe
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis Aanaa 8’tti mankuusaan jiguun lubbuu namaa fi qabeenyaarraa midhaan gahuu ibsame.
Balichi mankuusaa…
Abbootii murteerratti tarkaanfiin naamusaa fudhatame
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Yaa’iin Bulchiinsa Abbootii Murtee Federaalaa abbootii murtee naamusa cabsan lama irratti tarkaanfiin naamusaa fudhatamuu ibse.
Yaa’iin Bulchiinsaa…
Warshaan oomisha konkolataa Birrii miiliyoona 700 ijaarame eebbifame
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Warshaan konkolaataa biyyaa keessatti walitti hidhun oomishu baasii Birrii miiliyoona 700 oliin ijaarame eebbifamera.
Warshichis Naannawaa Daldala…
Aqaaqiitti pirojektoonni 158 Birrii miiliyoonaa 349’n ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti pirojektoonni garaagaraa 158 Birrii miiliyoona 349 ijaaraman eebbifamaniiru.
Pirojektoonni…
ABUT marsaa 3ffaa dibbee waraanaa rukutaa jira-TKM
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT Deeggartoota isaa of faana hiriirsuun haldureewwan garaagaraa tarreessuun marsaa 3ffaa dibbee waraanaa rukutaa jiraachuu…