Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti qisaasama Bishaanii hir’isuuf Piroojektiin Birrii miiliyoona 696 ifoome
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti qisaasama Bishaanii hir’isuuf Piroojektiin Birrii Miiliyoona 696 ifoomeera.
Piroojektiin kun Piroojektii Qisaasama…
Gaambeellatti balaa lolaa muudateen abbootiin warraa kumni 4 ol buqqa’an
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellatti balaa lolaa muudateen abbootiin warraa kumni 4 ol qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uu ibsame.
Aanaalee naannichaa…
Ayyaanni Shaday magaalaa Saqoxaatti kabajamuu eegale
Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Ayyaanni Shaday naannoo Amaaraa magaalaa Saqoxaatti haala ho’aan kabajamuu eegaleera.
Ayyaanicharratti Ittaanaa Muummee Ministiraafi Ministira…
Ingiliz Ityoophiyaaf deeggarsa Paawundii miiliyoona 6 taasiste
Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Ingiliz Ityoophiyaaf deeggarsa namoomaa Paawundii miiliyoona 6 taasisuu ibsame.
Deeggarsichi lammiilee sababa walitti bu’iinsaafi hongeen miidhamaniif …
Ameerikaan miidhaa ABUT geessiseef dhimma akka hinqabne ergaa pireezidaantii isheen mul’isteetti
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan shororkeessaan ABUT Naannoolee Amaaraa fi Afaaritti miidhaa qaqqabsiisettii dhimma akka hinqabne ergaa isaaniin…
Sirna soorataa fooyyessuu fi quucarummaa dhabamsiisuun bu’aa argamsiiseera-Obbo Dammaqaa Mokonnin
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Naannawaa waraanaa fi naannawaa biyyattii haala rakkisaa keessatti argamanitti sirna soorataa fooyyessuu fi rakkoo quucarummaa hambisuuf tattaaffii…
Dargaggoonni biyya dhaaluuf galma qabaachuu qabu – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) –Dargaggoonni biyya dhaaluuf galma qabaachuu akka qaban Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad marii dargaggootaa…
Obbo Ashaadiliin aanaa Mangeetti Maashina Oomisha Warqee eebbisiisan
Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan aanaa Mangeetti Maashina Oomisha Warqee eebbisiisaniiiru.
Maashinni Warqee Oomishuu…
Sosochiin Ashaaraa magariisaa Ityoophiyaa biyyoota biroof muuxxannoo ta’uu qaba jedhame
Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) – Sosochii Ashaaraa magariisaa Ityoophiyaa haalaan beeksiifamuu fi biyyoota biroof muuxxannoo ta'uu akka qabu Itti aanaan Ministira Alaa Sudaan Kibbaa Daawu…
Dargaggoonni biyya isaanii baruu fi qabeenya biyya misoomsuuf dhama’uu qabu – MM Abiy…
Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) – Dargaggoonni biyya isaanii baruuf, hojiirratti xiyyeeffachuu, fi qabeenya biyya misoomsuuf dhama'uu qabu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.…