Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti naannoo 12ffaa hundeessuuf murtoon ummataa akka gaggeefamu murtaa’e
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii gaaffii naannoo tokko jalatti gurmaa’uu godinaalee 6 fi aanaalee addaa 5 naannoo kibbaa fudhachuun murtoon ummataa akka…
Naannichatti lammiileen miiliyoonni 3.4 deeggarsa midhaan nyaataa barbaadu jedhame
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Naannoo Uummattoota Kibbaatti lammiileen miiliyoonni 3 fi kumni dhibbi 4 deeggarsa midhaan nyaataa kan barbaadan ta’uu Biiroon Qonnaa naannichaa ibse.…
Ministeerichi lammiilee galii gadi aanaa argataniif ijaarsa gamoo mana jireechaa eegalchiise
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa lammiilee galii gadi aanaa argataniif ijaarsa gamoo mana jireechaa eegalchiise.
Ministeerichi ijaarsa gamoo mana…
Gaaffii naannoo ta’uu godinaalee fi aanaalee addaa naannoo kibbaarratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii gaaffii gurmaa’iinsa naannoo ta’uu godinaalee 6 fi aanaalee addaa 5 naannoo kibbaarratti mari’ataa jira.…
Kutaa magaalichaatti piroojektoonni Birrii miiliyoona 298 oliin hojjetaman eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti piroojektoonni 156 Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoon 98 oliin hojjetaman eebbifaman.…
Argisiifni Suuraa ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ magaalaa Goondariitti baname
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Argisiifni Suuraa fi mariin paanaalii ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ 9ffaan magaalaa Goondariitti banameera.
Saganticharratti Ministira Tajaajila…
Hojiin Finfinnee magariisa uwwisuu cimee itti fufa- Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Guyyaan har’aa guyyaa itti duulli ashaaraa magariisaa xumuramu malee hojiin magaalaa Finfinnee magariisa uwwisuu cimee kan itti fufu ta’uu kantiibaan…
Ambaasaaddar Silashiin miseensota Mana Maree Daldalaa Ityoo – Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Silashii Baqqalaan miseensota Mana Maree Daldalaa Ityoo – Ameerikaa waliin mari’ataniiru.
Mana…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 25 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Lammiieen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa turan kumni 1 fi 25 har’a gara Ityoophiyaatti deebi’aniiru.
Lammiilee deebi’an keessaa 880 dhiirota, 129…
Obbo Dammaqaan Gaanfa Afrikatti Ergamtu Addaa Ingiliiz waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Minisrtirri Ministeeraa Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin GaanfaaAfrikaa fi Galaana Diimaatti Ergamtuu Addaa Ingiliiz…