Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meeshaaleen waraanaa Finfinnee seesifamuuf turan to’ataman
Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Kaleessa galgalaa Magaala Finfinnee galfamuuf kan turan meeshaaleen waraanaa to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Meeshaaleen waraanaa kunneen,…
Baaleetti manneen barnootaa 83 barattoota simachuuf qophiidha jedhame
Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) –Godina Baaleetti pirojektiiwwan barnootaa Bu'uura Boruu 80 fi Ifa Boruu sadii Birrii miiliyoona 320 oliin ijaarsise xumuramuun barattootaa simachuuf qophii…
Koreewwan Dhaabbii MMF ajandaalee garagaraarratti mari’achaa jiru
Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Koreewwan Dhaabbi Mana Maree Federeeshinii ajandaalee garaagaraarratti mari’achaa jiraachuu ibsame.
Marichaan koreewwan dhaabbii dhimmoota eenyummaa,…
Sanadi waliigaltee dhukaasa dhaabuu fi mariiwwan siyaasaa bu’uuressu ragga’e
Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Waliigaltee dhukaasaa dhaabuutti kan qajeelchuu fi mariiwwan siyaasaa kan bu’uuressu sanada waliigaltee raggaasisuu Koreen olaanaan marii nageenyaa ibse.…
Ityoophiyaafi Sudaan Kibbaa Shororkeessummaa waloon ittisuuf waliigalan
Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Ityoophiyaafi Sudaan Kibbaa sanada waliigaltee Shororkeessummaa, sochii hidhattootaafi yakkoota qindaa’aa waloon ittisuu isaan dandeessisu waliif…
Mootummaan Jarman Ityoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 7.5 taasise
Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Mootummaan Jarman Ityoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 7 fi kuma dhibba 5 taasisuu ibsame.
Deeggarsichi lammiilee biyyattii kutaalee garaagaraa…
Torban dhufuu kaasee zayinni nyaataa liitirri miliyoonaa 4 ol hawaasaaf raabsama jedhame
Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Simannaa bara haaraaf haqinni meeshaalee bu’uuraa akka hinmudannee fi torban dhufu irraa kaasee zayinni nyaataa liitirri miliyoonaa 4 ol hawaasaaf akka…
Naannoon Oromiyaa fi UNDP waliigaltee hojii mallatteessan
Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Mootummaaan Naannoo Oromiyaa fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Sagantaa Misoomaa Addunyaa ('UNDP') waliin hojjechuudhaaf waliigaltee…
Tiraanisfoormeeshinii kenna tajaajila MNO marsaa 2ffaarratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Tiraanisfoormeeshinii kenna tajaajila Mootummaa Naannoo Oromiyaa marsaa 2ffaarratti Adaamaa galma Abbaa Gadaatti mari’atamaa jira.
Waltajjiin marii kun…
Ityoophiyaan nageenya gaanfa Afrikaaf biyya murteessaa taatedha jedhame
Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Jarmmanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Muluu Salamoon Ministeera Dhimma Alaa Jarmanitti Jeneraal Daayrektara Dhimmoota Afrikaa, Giddugala Bahaafi Laatiin…