Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Seera baastotaafi gorsitoota mootummaa Naayijeeriyaa Oromiyaatti hojii misooma qonnaa…
Finfinnee, Hagayya 2, 2014(FBC)- Jilli Seera baastotaafi gorsitoota mootummaa Naayijeeriyaa, Godina Shawa Bahaatti hojiilee misooma qonnaa garaagaraa daawwachaa jira.
Mootummaan qonna…
Deeggarsi qindaa’aan horsiisee bultoota Harargee Bahaaf taasifamu cimee itti fufuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Hongee sababa hanqina roobaan aanaalee horsiisee bultootaa godinichaa keessatti mudate furuuf deeggarsi taasifamu cimee itti fufuu Bulchituun Godina…
Torban darbee meeshaalee kontiroobaandii Birri miiliyoona 127.6tti tilamaaman to’ataman
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) –Adoolessaa 21-28, 2014tti duulaa to'annoo gaggeessameen meeshaalee kontironaandii Birri miiliyoona 127.6tti tilamaaman to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa…
Hojiileen balaa lolaa guutiinsa laga Awaashiin uumamuu danda’u hir’isan hojjetamaa jiru- Obbo Awwal…
Finfinnee, Hagayya 2, 2014(FBC)- Pirezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan aanaa Asaayittaatti hojiilee balaa lolaa sababa guutiinsa laga Awaashiin uumamuu danda’u hir’isuuf hojjetamaa…
Gamoon Bulchiinsa Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftoo fi pirojektoonni garaagaraa eebbifamaa jiru
Finfinnee, Hagayya 2, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Nifaas Silk Laaftootti Gamoo Bulchiinsa Kutaa magaalichaa dabalatee piroojektoonni hawaasa giddugaleeffatan garaagaraa…
Ittaanaan Hogganaa Ajaja Kibbaa garee shororkeessaa Shanee aanaa Mooyaaleetti to’atame
Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Ittaanaan Hogganaa Ajaja Kibbaa garee shororkeessaa Shanee godina Booranaa aanaa Mooyaaleetti osoo konkolaataa dhuunfaan imaluu to’atamuu Qajeelchi…
Naannichi qaamolee uummataaf tajaajila kennuu hin dandeenyerratti tarkaanfii kan fudhatu ta’uu…
Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Naannoon Hararii qaamolee sababoota garaagaraan uummataaf tajaajila kennuu hin dandeenyerratti tarkaanfii kan fudhatu ta’uu beeksise.
Hariiroon bu’uuraa…
Oromiyaa, qonna magaalaan moodela gochuuf hojjetamaa jira – obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Oromiyaa, qonna magaalaan moodela gochuuf hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.
Jilli…
Nageenya Naannawaa Hidha Haaromsaa Guddichaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa nageenya Naannawaa Hidha Haaromsaa Guddichaa mirkaneessuuf halkaniifi guyyaa dirqama isaa ba’achaa jiraachuu Ittaanaan Ajajaa Kutaa…
Leenjiin Tajaajila Tola Ooltummaa Biyyaalessaa marsaa 4ffaan xumurame
Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Leenjiin Tajaajila Tola Ooltummaa Biyyaalessaa marsaa 4ffaan Yuunivarsiitii Jimmaa Inistiitiyuutii Teeknooloojiitti kennamaa ture xumurameara.
Leenjii…