Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni Addaa Naannoo Somaalee dhootuuwwan barbadeessituu hedduu to’achuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Humni Addaa Naannoo Somaalee gareen shororkeessaa Alshabaab haleellaa shororkeesummaa dhoksaan raawwachuuf biyyattii naannawaa garaagaraa kan galchee…
Lammiileen Ityoophiyaa 998 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 2, 2014(FBC)- Guyyaa har’aa balalii marsaa sadiin lammiileen Ityoophiyaa 998 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa 985 dhiirota yoo…
Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa haala biyyaalessaa gamaaggamuun kallattii fuulduraa ka’e
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa walga’ii guyyaa har’aa gaggeesseen haala biyyaalessaa gamaaggamuun kallattii fuulduraa ka’eera.
Naannawaa hundatti…
Obbo Musxafeen dargaggoota naannichaa waliin dhimmoota waqtaawaarratti mari’atan
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad dargaggoota naannichaa waliin dhimmoota haala waqtaawaarratti mari’ataniiru.…
Qonna Gannaaf bittaa keemikaala farra aramaaf Doolaarri miiliyoonni 60 ramadameera-Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Qonna Gannaa bara 2014/2015 hanqinni keemikaala farra aramaa akka hinmudanneef baajatni Doolaara miiliyoona 60 ol ramadamee adeemsi bittaa gaggeeffamaa…
Magaalaa Shaashamanneetti baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 122 dhabamsiifame
Finfinnee, Hagayya 2, 2014(FBC)- Magaalaa Shaashamanneetti baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 122 dhabamsiifamuu bsame.
Poolisiin Federaalaa Poolisii Godina Arsii Lixaa waliin ta’uun…
Manni Maree Naannoo Sidaamaa ajandaawwan garaagaraarratti murtoo dabarse
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsaa Naannoo Sidaamaa walga’ii gaggeesseen ajandaawwan garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Manni marichaa labsii yeroo…
Argisiifni nyaataa, Turizimii fi Yaa’iin Halaal gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Qaama 'Iidaa hanga Iidaa' kan ta’e argisiifni nyaataa, Turizimii fi Yaa’iin Halaal gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Indaastiriin Halaal…
Korichi qonnaan bultoota Tigraay kuma 120’f xaa’oo biyyee qooduu ibse
Finfinnee, Hagayya 2, 2014(FBC)- Koreen Fannoo Diimaa Idil Addunyaa qonnaan bultoota naannoo Tigraay kuma dhibba 1 fi kuma 20’f xaa’oo biyyee qooduu ibseera.
Korichi qonnaan bultoota…
Naannichatti hirkattummaa roobaa jalaa ba’uuf pirojektoonni jallisii 81 ijaaramaa jiru-Obbo…
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hirkattummaa roobaa jalaa ba’uuf pirojektoonni misooma jallisii gadaanaa fi giddugaleessaa 81 Birri biiliyoonaa 13’n hojjetamaa…