Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaliin xiyyaaraa gara Maaniilaatti addaan citee ture eegale
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Giddugala daldalaa fi faayinaansii Filiippiinsi kan taate Magaalaa Maaniilaatti balaliin xiyyaaraa addaan citee ture eegaluu Daandiin Qilleensaa…
Naannoo Sidaamaatti sagantaan duula guyyaa tokkoon biqiltuuwwan miiliyoona 25 dhaabuu gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaatiin Naannoo Sidamaatti guyyaa tokkotti duulli biqiltuuwwan miiliyoonaa 25 dhaabuu gaggeeffameera.…
Imbaasichi lubbuu godaantota Ityoophiyaa 542 baraaruu ibse
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Jibuutiitti Imbaasiin Ityoophiyaa baatiiwwan arfan darbanitti lubbuu godaantota Ityoophiyaa 542 baraaruu ibse.
Imbaasichi Adoolessa 22, 2014 Jibuutii…
Magaalaa Finfinneetti Doolaarri kumni 50 fi Shugguxiin seeraan ala daddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinneetti Doolaarri kumni 50 fi Shugguxiin seeraan ala daddabarfamaa ture to’atamuu ibsame.
Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Nifaas Silk…
Magaalaa Finfinneetti lafti heektaarri 307 qonna magaalaan misoomaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinneetti lafti heektaarri 307 qonna magaalaan misoomaa jiraachuu Komishiniin Qonnaan Bulaafi Misooma Qonna Magaalaa magaalichaa beeksise.…
Bara baajataa xumurametti qabeenyi kuufamaa baankiiwwanii Birrii tiriiliyoona 1.7 ga’uu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Bara baajataa 2014tti qabeenyi kuufamaa baankiiwwanii Birrii tiriiliyoona 1.7 ga’uu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Ityoophiyaa Dooktar Yinnaagar Daseen…
Ministeerri Geejjibaa fi Loojistikiifi Poolisiin Federaalaa boba’aa kaayyoo qabameefirra oolchuuf…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Ministeerri Geejjibaa fi Loojistikiifi Poolisiin Federaalaa boba’aa kaayyoo qabameefirra oolchuuf qindoominaan hojjechuuf waliigaluu ibsame.…
Bulchiinsi Ummattoota Naannoo Kibba Lixaa Wixineen baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 11.33 ta’ee…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Ummattoota Naannoo Kibba Lixaa Ityoophiyaa walga’ii idilee 8ffaa fi 9ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun…
Manni Maree Dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa garee adeemsa marii biyyaalessaa hordofu hundeessuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Manni Maree Dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa garee adeemsa marii biyyaalessaa hordofu hundeessuu beeksiseera.
Manni marichaa marii biyyaalessaa…
Buufataaleen Teeleeviizyiinii Dhaabbilee Amantaa hanga Hagayyaa 13, 2014 eeyyama akka fudhatan…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa Buufataaleen Teeleeviizyiinii Dhaabbilee Amantaa hanga Hagayyaa 13, 2014 galmaa’uun eeyyama akka…