Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinaaleen 10 fi Aanaaleen addaa 6 naannoo ta’anii gurmaa’uuf Mana Maree Federeeshiniif gaaffii…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Naannoo Kibbaatti Godinaaleen 10 fi Aanaaleen Addaa 6 naannootti gurmaa’uuf guyyaa har’aa gaaffii isaanii Mana Maree Federeeshiniif dhiyeessaniiru.…
Dhaabbileen lameen qorannoofi misooma namaarratti waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)-Inistiitiyuutiin Artifishaal Intalajensiifi Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa qorannoofi misooma humna namaarratti walta’iinsaan hojjechuuf waliigaltee…
Pirezidaant Saahilawarq Zawdeen lammiileen hawaasa miidhaman akka deeggaraniif waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)-Pirezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen lammiileen kutaalee hawaasaa miidhaman deeggaruuf hirmaannaa akka taasisaniif waamicha dhiyeessaniiru.…
Naannichatti lammiileefi dhaabbilee waraanaan miidhamaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 253 taasifame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Naannoo Amaaraatti kutaalee hawaasaafi dhaabbilee waraanaan miidhamaniif deeggarsi Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 53 taasifame.
Deeggarsichi…
Jilli Meejar Jeneraal Tasfaayee Ayyaalewun durfamu Kibbaa Lixa Somaaliyaa Baayidawaa gale
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014 (FBC) – Jilli Itti gaafatamaa bobbii Raayyaa Ittisaa fi qindeessaa yeroo Komaand Poostii nageenyaa Meejar Jeneraal Tasfaayee Ayyaalewun durfamu…
Yaa’iin Dhaaabbilee Amantaa Ityoophiyaa Yaa’ii Idilee Waliigalaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Yaa’iin Dhaaabbilee Amantaa Ityoophiyaa Yaa’ii Idilee Waliigalaa 14ffaa gaggeessaa jira.
Yaa’icharratti Pirezidaantii FDRI Saahilawarq Zawdee dabalatee…
Barattoonniifi Barsiisonni mana barumsichaa lammiilee aanaa Shaallaatti hongeen miidhamaniif…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Barattoonniifi Barsiisonni Mana Barumsaa Qophaa’inaa Magaalaa Shaashamannee lammiilee Godina Arsii Lixaa aanaa Shaallaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa…
Yakkamtoota Finfinnee galchuu fi biyya alaa baasuuf namoonni tattaafatan to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Naannawaa garaagaraatii yakkamtootaa fi shororkeessitoota gara Magaalaa Finfinnee galchuu fi seeraan ala yakkamtootaa biyyaa baasuuf namoonni…
Ityoophiyaan, imaammata “Chaayinaa tokko” irratti ejjennoon qabdu har’a kan eegale miti-Ministeera…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan, imaammata “Chaayinaa tokko” irratti ejjennoon qabdu har’a kan eegale miti jechuun Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Mallas…
Bara darbe raawwiin daldala alaa jajjabeessaa fi dabaluun sochii invastimaantii alaa…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Bara darbe raawwiin daldala alaa jajjabeessaa fi dabaluun sochii invastimaantii alaa mul'ateera jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Walgahii…