Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsaa Magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee 3ffaa, bara hojii 3ffaa waggaa 1ffaa guyyaa har’aa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaas,…
Mootummaan Ameerikaa lammiilee Hongeen miidhamaniif kan oolu Deeggarsa Doolaara miiliyoona 488…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Mootummaan Ameerikaa lammiilee Ityoophiyaa Hongeen miidhamaniif kan oolu Deeggarsa Doolaara miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 88 guyyaa…
“Har’as akkuma kaleessaa qormaatilee injifannoon ceenee, harka keenya galataaf ni…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Har'as akkuma kaleessaa qormaatilee injifannoon ceenee, harka keenya galataaf ni diriirsina jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen…
Obbo Musxafeen humna addaa naannoo daangaa aanaa Ferferitti argamu jajjabeessan
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad humna addaa naannoo daangaa aanaa Ferferitti Alshabaab falmachaa jiru jajjabeessaniiru.
Obbo…
Ityoophiyaafi Keeniyaan waliigaltee gurgurtaa humna elektrikaa waliif mallatteessan
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Ityoophiyaafi Keeniyaan waliigaltee gurgurtaa humna elektirikaa guyyaa har’aa waliif mallatteessaniiru.
Waliigalticha Ministir Deetaan Ministeera…
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov daawwannaa hojiif magaalaa Finfinnee…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov daawwannaa hojiif magaalaa Finfinnee galaniiru.
Sargee Laavroov wayita buufata xiyyaaraa…
Biiroon Barnootaa Oromiyaa fi Imbaasiin Faransaay waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa fi Imbaasiin Faransaayi Misooma Barnoota waloorratti waliin hojjachuuf waliigaltee mallatteessuu ibsame.
Kaayyoon…
Emireetoonni Araba Gamtoomanii deeggarsa namoomaaf kan oolu Doolaara miiliyoona 6 Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Emireetoonni Araba Gamtoomanii dhiyeessii midhaan nyaataa lubbuu baraaruuf kan oolu Doolaara miiliyoona 6 Ityoophiyaaf…
Ambaassaaddar Tireesii An Jaakoobsan magaalaa Adaamaatti hojiilee misoomaa mootummaa Ameerikaan…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiistuun Mootummaa Ameerikaa Tireesii An Jaakoobsan magaalaa Adaamaatti bu’uuraalee misoomaa mootummaa Ameerikaan…
Ummanni kaleessa aarsaan jijjirama fide, har’a tajaajila mootummaa maallaqaan bitachuu hin…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa Konistraakshinii Oromiyaa rakkoo gama kenna tajaajilaatin jiru hiikuun ummataaf tajaajila qulqullina qabu gahumsaafi karaa…