Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsi daandii Goree-Maashaa-Teeppii %35 ga’uu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa Oromiyaa fi Gambeellan walquunnamsiisuuf ijaarsi daandii Goree-Maashaa-Teeppii %35 ga’uun ibsame.
Sadarkaan…
Dhorkiin nyaata lukkuu fi bu’aalee lukkuu kaa’amee ture kaafame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) - Sababa dhibee lukkuu magaalaa Bishooftuutti uumamee tureen dhorkiin nyaata lukkuu fi bu'aalee lukkuu kaa'amee ture kaafamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
Ergaan Muummee Ministiraa ayyaana nuuf kennameen ol ka’iinsa Ityoophiyaaf hojjechuu akka qabnu…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ergaan Muummee Ministiraa gidiraa fi qormaata nurra ga’eef osoo hin taane ayyaana nuuf kennameen ol ka’iinsa Ityoophiyaaf hojjechuu akka…
Ityoophiyaa fi Raashiyaan damee diinagdee, daldalaa, saayinsii fi teeknooloojiin hariiroo jiru…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ityoophyaa fi Raashiyaan damee diinagdee, daldalaa, saayinsii fi teeknooloojiin hariiroo jiru cimsuuf waliigaluun isaanii ibsame.…
Godina Gujii Lixaatti garee shororkeessaa shaneerratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Godina Gujii Lixaatti qindoomina humnoota nageenya garee shororkeessaa shaneerratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuun ibsame.
Raayyaa Ittisa…
Hanga ammatti hidhatoonni Alshababaa 209 barbadeeffamaniiru-TKM
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Hanga ammatti humnii hidhataa alshababaa dangaa cabsee seenee keessaa kanneen 209 ta’anirratti qindoomina qaamolee nageenyaa federaalaa fi naannootiin…
Pireezidaanti Saahilawarq Sargee Laavroov waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ministira Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov waliin mari’ataniiru.
Biyyoota Afrikaa…
Mariin Paanaalii ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ fi argisiifni Suuraa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Mariin Paanaalii ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ fi argisiifni Suuraa 7ffaa magaalaa Adaamaatti mata duree ‘’Cee'umsa Caasaa Diinagdee" jedhuun…
Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa Loogoo haaraa ifoomse
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa Loogoo haaraa ergama mana hojichaan walsimuu, duudhaa fi aadaa Oromummaa of keessatti qabate ifoomsuu Hogganaan…
Sagantaan badhaasa barreessitootaa ‘Gaaddisaa Awwaardi’ Adoolessa 23, 2014 gaggeeffama
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Sagantaan badhaasa barreessitootaa Oromoo ‘Badhaasa Gaaddisaa’ (Gadisa Award) jedhamuu Adoolessa 23, 2014 akka gaggeessuu Waldaan Barreessitoota…