Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jeneevaatti mariiwwan eegalaman itti fufuuf miseensonni Koomishinii Ogeeyyii Mirgoota Namoomaa…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Jeneevaatti mariiwwan eegalaman itti fufuuf miseensonni Koomishinii Ogeeyyiin Mirgoota Namoomaa, mootummaa fi qaamolee seera qabeeyyii dhimmichi…
Bara hojii 2ffaatti nageenyaa fi tika irratti xiyyeeffannaan hojjetama-Obbo Taaggasaa Caafoo
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Bara hojii 2ffaatti manni marichaa dhimmoota nageenyaa fi tikaarratti xiyyeeffachuun kan hojjetu ta’uu Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo…
Bulchiinsi magaalichaa dhaabbata Jaappaan waliin waliigaltee bittaa maashinii suphaa daandii Birrii…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dhaabbata Jaappaan Fiicharbad Intarnaashinaal jedhamu waliin waliigaltee bittaa maashinii suphaa daandii Birrii…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 76 Saa’udiirraa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa marsaa sadiin lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaarraa deebisuuf hojiilee hojjetamaniin lammiileen kumni 1 fi 76 gara biyyaatti…
Tigiraay, godinaalee garaagaraatti bu’uuraaleen misoomaa bishaanii suphamuun tajaajila kennuu…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Naannoo Tigiraay, godinaalee garaagaraatti sababa walitti bu’iinsaan bu’uuraaleen misoomaa bishaanii manca'an suphamuun tajaajila kennuu eegaluu Koreen…
Bu’aa qabeessummaa hojiilee jijjiiramaa Ityoophiyaan gaggeessituu jarman deeggarsa gama ishee ni…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Bu’aa qabeessummaa hojiilee jijjiiramaa Ityoophiyaan gaggeessituu Jarman deeggarsa gama ishee akka taasistu Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman Isteefen…
Obbo Musxafee Mahaammad miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa garee Al Shabaab barbadeessuuf hiriiran…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Pirezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa humna Addaa naannichaa waliin ta'uun garee shororkeessaa Al…
Magaalichatti bu’aan qormaata kutaa 8ffaa ifoome
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti bu’aan qormaata kutaa 8ffaa bara barnootaa 2014 ifoomuu Biiroon Barnoota magaalichaa beeksiseera.
Barattoota qormaaticha…
Naannoo Oromiyaatti duulli manneen harka qalleeyyii 7500 ijaaruu eegaleera
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaa keessatti manneen harka qalleeyyii kuma 7 fi 500 ijaaruuf karoorri qabame eegalamuun eerameera.
Duulli kunis Godina Arsii Aanaa…
Buufanni Anniisaa Qilleensaa Adaamaa bara baajatichaatti anniisaa Weeggaa Waattii 133.75…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Buufanni Anniisaa Qilleensaa Adaamaa bara baajataa 2014 Giiggaa Waattii 144 maddisiisuuf karoorfamee, Giiggaa Waattii 133.75 maddisiisuun ibsame.…